የኢትዮጵያ ብሔራዊ የእግር ኳስ ቡድን የማዳጋስካር አቻውን 4 ለ0 አሸንፏል። በዚህም ወደ አፍሪካ ዋንጫ የማለፍ ዕድሉን አስፍቷል። ከተለያዩ አካባቢዎች እና ቡድኖች የመጡ ተጨዋቾች በአንድ ዓላማ ተጫውተው ያስገኙት ድል ትልቅ አርአያነት አለው። በቀጣዩ ጨዋታቸው መልካሙን ሁሉ እመኝላቸዋለሁ።

Gareen biyyaalessaa kubbaa miilaa Itoophiyaa gitasaa Maadagaaskaar 4 fi 0 dhaan moo'ateera. Kanaanis carraasaa Waancaa Afrikaaf darbuu bal'ifateera. Taphattoonni bakka garaagaraafi gareewwan addaddaarraa dbufan kaayyoo tokkoof taphatanii injifannoon argamsiisan fakkeenyummaa kan qabudha. Taphasaanii itti aanuun milkaa'inan hawwaafi.
The Psychology of TikTok Duets: Analyzing Collaborative Content