6ኛው ብሔራዊ ምርጫ ሊከናወን ጥቂት ሳምንታት ብቻ ቀርተውታል። ዜጎች የመምረጥ ዴሞክራሲያዊ መብታቸውን በመጠቀም ንቁ ተሳትፎ እንዲያደርጉ ይጠበቃል። የሕገ መንግሥታችን አንቀጽ 38 ሁሉም ኢትዮጵያዊ የመምረጥና የመመረጥ መብት እንዳለው ይደነግጋል። የሀገራችንን የነገ ዴሞክራሲ ለመወሰን፣ ዛሬ የመራጮች ምዝገባ መታወቂያ ካርድ እናውጣ። ካርድ ለማውጣት ነገ አትበሉ፤ ነገ ከዛሬ ይጀምራል።

Filannoon marsaa 6ffaa adeemsifamuuf torban muraasa qofatu hafe. Lammiileen mirga dimookiraasii filachuusaaniitti fayyadamuun hirmaannaa ho’aa akka taasisan ni eegama. Heerri Mootummaa keewwatni 38 lammiileen Itoophiyaa hundi mirga filachuufi filatamuu akka qaban tumeera. Carraa dimokiraasii egeree biyya keenyaa murteessuuf har’a kaardii filannoo filattootaa haa baafannu. Kaardii filannoo borin baafadha hin jedhinaa, ka’umsi borii har’a.
How to Change Teams Background