የትግራይ ክልልን መልሶ የመገንባት ሥራ የበርካታ አካላትን፣ በተለይም የክልሉ ተወላጆችን ተሳትፎ ይሻል። ዛሬ ጠዋት በአዲስ አበባ ከሚኖሩ የትግራይ ተወላጅ የንግድ ተቋማት ባለቤቶች እና ምሁራን ጋር ተገናኝቼ በወቅታዊ ጉዳዮች እና በትግራይ ክልል ሁኔታ ላይ ውይይት አድርገናል።

Hojiin Naannoo Tigraay deebisanii ijaaruu hirmaannaa qaamolee hedduu keessaayyuu kan dhalattoota naannichaa barbaada. Har'a ganama abbootii dhaabbilee daldalaa dhalattoota Tigraay Finfinneetti jiraataniifi hayyoota waliin dhimmoota haala yeroofi haala Naannoo Tigraay irratti marii gooneerra.

Rebuilding the Tigray Region requires the concerted efforts of various actors, especially those from the region. I met this morning with business owners and scholars from the Tigray Region living in Addis Ababa, to discuss current issues and the situation in Tigray.
The Art of Instagram Captions: Writing Engaging and Authentic Descriptions