ዛሬ ጠዋት የሕይወት አጋሬ ከሆነችው ቀዳማዊት እመቤት ዝናሽ ታያቸው ጋር በመሐል አርማጭሆ ወረዳ ማሰሮ ደንብ ከተማ ተገኝቻለሁ። በጣልያን ወረራ ጊዜ ኢትዮጵያን ከጠላት ለመከላከል ጉልህ የጀግንነት ሚና ላበረከቱት አያታቸው ደጃዝማች በሬ ዘገዬ መታሰቢያ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት ግንባታ የመሠረት ድንጋይ አስቀምጠናል:: የአባቶቻችን ታሪክ በአዲስ ዕሴት እንዲታወስ በማድረጋችን ደስ ብሎኛል።

Har'a ganama haadha manaakoo Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo waliin walakkaa Aanaa Armaacihoo Magaalaa Maasaroo Danbitti argameera. Wayita weerara Xaaliyaanii akaakayyuu ishee Itoophiyaa diinarraa ittisuuf gumaacha gootummaa olaanaa bahan, Dajjaazmaach Baree Zagayyee yaadachuuf mana barumsaa sadarkaa 2ffaa ijaaruuf dhagaa bu'uraa keenyeerra. Seenaan abbootii keenyaa duudhaa haaraadhaan akka yaadatamu gochuu keenyatti gammadeera.
Top 5 Best Zoom Cameras