የኢትዮጵያ የርህራሄ ተምሳሌት የነበሩት አበበች ጎበናን ህልፈተ ህይወት ስሰማ እጅግ አዝኛለሁ:: ለቤተሰቦቻቸው: ለወዳጆቻቸው እና በሕይወታቸው ላይ ተጽዕኖ ለነበራቸው ሁሉ ከልብ መፅናናትን እመኛለሁ፡፡

Lubbuun Abbabech Goobanaa, Itoophiyaatti fakkeenya garalaafinaa ta'an darbuu dhagahuukootti baay'ee gaddeera. Maatiisaaniif, firootasaaniifi warra isaan jireenyasaaniirratti waan gaarii gumaachan hundaaf jajjabinan hawwa.

I am deeply saddened by the passsing of Abebech Gobena who has been Ethiopia’s icon of compassion. My heartfelt condolences to her family, friends and the many whose lives she impacted.
The Art of Tweeting: Crafting Engaging and Shareable Content on Twitter