ኢትዮጵያ በቶኪዮ ኦሎምፒክ በ10,000 ሜትር ሩጫ በሰለሞን ባረጋ አማካኝነት የመጀመሪያውን የወርቅ ሜዳሊያ በማግኘቷ እንኳን ደስ አለን ማለት እወዳለሁ። ለቀሩት ተወዳዳሪዎቻችንም መልካም ዕድል እመኛለሁ ። ኢትዮጵያ የገጠሟትን ፈተናዎች በማለፍ ድል ማስመዝገቧን ትቀጥላለች!

Olompikii Tokiyoo irratti Itoophiyaan warqee isa jalqabaa fiigicha meetira 10,000 tiin Salamoon Baaraggaatiin argachuusheetiin baga gammanne jechuun barbaada. Dorgomtoota hafaniifis carraa gaariin hawwa. Itoophiyaan qorumsa ishee mudate ceetee ilmaansheetiin injifannoo galmeessisuu itti fufti.
The Art of Instagram Captions: Writing Engaging and Authentic Descriptions