በቶኪዮ ኦሎምፒክ ኢትዮጵያ በወንዶች በ3000 ሜትር መሰናክል በለሜቻ ግርማ የብር ሜዳሊያ እንዲሁም በሴቶች 5ሺህ ሜትር ሩጫ በጉዳፍ ፀጋይ የነሐስ ሜዳሊያ በማግኘቷ እንኳን ደስ አለን። ኢትዮጵያ በልጆቿ ጥረት ገና ከፍ ብላ ትደምቃለች።

Olompikii Tokiyoo irratti Itoophiyaan fiigicha gufachiisaa meetira 3000 warra dhiiraatiin Lammeechaa Girmaatiin medaaliyaa meetii,akkasumas fiigicha meetira 5000 warra dubaraatiin Gudaaf Tsaggaayeetiin medaaliyaa naasaa argachuusheetiin baga gammanne jechuun barbaada. Itoophiyaan carraaqqii ilmaansheetiin oljettee mul'achuu itti fufti.
How to Make a Poster on Word