በቶኪዮ ኦሎምፒክ ኢትዮጵያ በሴቶች 10,000 ሜትር ሩጫ በአትሌት ለተሰንበት ግደይ የነሀስ ሜዳሊያ በማግኘቷ እንኳን ደስ አለን። ለቀሩት የወንዶች ማራቶን ተወዳዳሪዎቻችን መልካም ዕድል እመኛለሁ፡፡

Olompikii Tokiyoo irratti Itoophiyaan fiigicha meetira 10,000 warra dubaraatiin atileet Lattasanbat Gideeyiin medaaliyaa naasaa argachuusheetiin baga gammanne jechuun barbaada. Dorgoomtoota maaraatooniiwarra dhiiraa hafaniif carraa gaariin hawwa.
Twitter Analytics: Measuring and Optimizing Your Social Media Impact