የ #ኢትዮጵያ ልጅ አትሌት ያለምዘርፍ የኋላው በሴቶች ግማሽ ማራቶን ሩጫ የዓለም ክብረ ወሰን ባለቤት በመሆኗ ኮርተናል። እንኳን ደስ ያለሽ። እንዲህ በተግባር የሚታይ ልዩ ብቃት የአገርን ልዕልናን ከፍ አድርጎ ስለሚያንጸባርቅ ሁሌም ይወደሳል!

Hintalli #Itoophiyaa Atileet Yaalemzerf Yehuwalaawu fiigicha maaraatoonii walakkaa dubartootaatiin injifattee riikoordii addunyaa dhuunfachuu isheetti boonneerra. Baga gammadde. Gahumsi addaa akkasii gochaan mul'atu olaantumma biyyaa goobsee waan mul'isuuf yoomiyyuu ni jajama.

Well done and congratulations to #Ethiopia’s daughter Yalemzerf Yehualaw for winning and setting world record in the women's half marathon. Such excellence and unique achievement is a source of national pride and inspiring for many!
How to Watch Stories from Instagram