#የአረንጓዴዐሻራ መርኃ ግብር አንዱ ዓላማው የአፈር መሸርሸርን በመቀነስ የግብርናን ምርታማነት ማሻሻል ፣ በረሀማነትና መዘዞቹን መከላከል እና ግድቦችን በደለል ከመሞላት መታደግ ነው። በአረንጓዴ ዐሻራ እንቅስቃሴያችን በተለያዩ የሀገራችን አካባቢዎች የአፈር መሸርሸርን በስኬታማነት ለማስቀረት ተችሏል። በተባበረ ክንድ ኢትዮጵያችንን ልምላሜ ማልበሳችን ይቀጥላል!

Kaayyoon #AshaaraaMagariisaa tokko dhiqama biyyoo hir'isuudhaan homisha qonnaa fooyyessuu, gammoojjummaafi rakkoo isaan walqabatee dhufu ittisuufi hidhaaleen tinfaadhaan akka hin guutamne baraaruudha. Sochii #AshaaraaMagariisaa keenyaan gooneen naannawwan biyya keenyaa garaagaraatti dhiqama biyyoo haala milkaa'een hambisuun danda'meera. Irree waltumseen Itoophiyaa keenyatti magariisa uwwisuu keenya itti fufna!
Twitter Analytics: Measuring and Optimizing Your Social Media Impact