በባህላችን የተመረቀ ሰው ለበጎ የተጠራ ነው። እያንዳንዱ ተመራቂ የተጠራለት ተግባር ለሀገሩ ዕድገት ምሦሶ መሆን ነው። ፈጠራን ለማቀላጠፍ፣ ለማኅበረሰብ ተግዳሮቶች መፍትሔዎችን ለማግኘት እና ለብዙዎች የተስፋ ብርሃን ለመሆን።

Warri yeroo kanatti barnoota isaanii xumuranii eebbifaman hundi utubaa misooma #Itoophiyaa ta'uuf kan waamamanidha. Rakkoowwan hawaasaa furuuf kalaquu, furmaata barbaaduufi hedduuwanitti abdii horuu.

As many graduate from their studies this season, the task each graduate is called upon is to be pillars of #Ethiopia’s development. To innovate, to find solutions to societal challenges and become beacons of hope for many.
The Art of Tweeting: Crafting Engaging and Shareable Content on Twitter