የተባበሩት መንግሥታት ድርጅት ዋና ጸሐፊ አንቶኒዮ ጉቴሬዝ ወደ #ኢትዮጵያ እንኳን ደኅና መጡ። የአፍሪካ ኅብረት ኮሚሽን ሊቀመንበር ሙሳ ፋኪ ማሐመትን ጨምሮ በተለያዩ ጉዳዮች ላይ ውጤታማ ውይይት አድርገናል። ትብብራችንን እንደሚጠናከር አልጠራጠርም።

Barreessaan Olaanaa Mootummoota Gamtoomanii, Antooniyoo Guutereez baga nagaan gara Itoophiyaa dhuftani. Dura Taa'aa Komiishinii Gamataa Afrikaa dabalannee dhimmoota garaagaraa irratti akka gaariitti marii'anneerra. Walta'insi keenya akka cimu hin shakku.

I warmly welcome to #Ethiopia UNSG António Guterres. Joined by AUC Chair Moussa Faki Mahamat, we held fruitful discussions on a number of issues. I look forward to our strengthens collaboration.
How to Watch Stories from Instagram