ከቀዳማዊት እመቤት ዝናሽ ጋር በመሆን ዛሬ የወላይታ ሶዶ ዱቄት እና ዳቦ ፋብሪካን መርቀናል:: ይህ ፋብሪካ በቀዳማዊት እመቤት ጽሕፈት ቤት ከሚሠሩ በርካታ ድኻ ተኮር ሥራዎች አንዱ ነው። ሥራው #ኢትዮጵያን ቀጣናዊ እና አህጉራዊ የዳቦ ቅርጫት ለማድረግ ያለመ ነው።

Har'a Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew waliin taanee warshaa daakuufi daabboo Walaayittaa Sooddoo eebbifneerra. Warshaan kun hojiilee hedduu harka qal'eeyyii iirratti xiyyeffatanii Waajjira Giiftii Dureetiin hojjetaman keessaa tokkodha. Hojichi #Itoophiyaa guuboo daabboo naannichaafi ardichaa gochuuf kan kaayyeffatedha.

Together with First Lady Zinash, we have inaugurated the Wolaita Sodo Flour and Bread Factory, which is part of the Office of the First Lady’s many pro-poor initiatives and a pathway to aspirations to make #Ethiopia a regional and continental bread basket.
How to Make a Poster on Word