የዚህ ዓመት የ #አረንጓዴዐሻራ የችግኝ ተከላ ሥራ ከተጀመረ ሁለት ወር ሊሞላው ነው። በፊልም፣ በግራፊክ ሥነ ጥበብ፣ በፎቶግራፍ፣ በሥነ ጽሑፍ፣ በካርቱን ሥዕል እንዲሁም በልዩ ልዩ ዘርፎች የተሠማራችሁ ኢትዮጵያውያን የኪነ ጥበብ ባለሞያዎች ሁሉ፣ ተደምራችሁ አነቃቂ የ #አረንጓዴዐሻራ ቪዲዮዎችን አዘጋጅታችሁ #የጠሚአረንጓዴ ዐሻራጥሪ በሚል መለያ በማኅበራዊ መገናኛ ብዙኃን እንድታጋሩ ጥሪዬን አቀርባለሁ። ለተመረጡት ሥራዎች ባለቤቶች አስደናቂ በረከቶች ተዘጋጅተውላቸዋል።

Biqiltuu dhaabbiin bara kanaa #AshaaraaMagariisni edda jalqabee ji'a lama ta'uuf jedha. Itoophiyaanonni ogeeyyiin fiilmii, giraafiiksii, suuraa, hogbarruu, fakkii kaartuunii, akkasumas dameewwan aartii addaddaarratti bobbaatan hundi ida'amtanii viidiyoo onnachiisaa #AshaaraaMagariisaa qopheessuudhaan #WaamichaAshaaraaMagariisaMM maqaa jedhuun miidiyaa hawaasummaarratti akka qooddan waamichakoon isinii dhiyeessa. Hojiilee caalanii filatamaniif kennaan qophaa'e jira.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
TikTok and Fitness: The Rise of Wellness Trends on the Platform