ዛሬ ጠዋት በማክሮ ኢኮኖሚ ኮሚቴው በኩል አሁናዊ የኢኮኖሚውን ሁኔታ ገምግመናል። የወደፊት ተግባራትንም ለይተናል።
Har'a ganama Koree Dinagdee Maakroo waliin taanee haala dinagdee si'anaa gamaaggamneerra. Tarkaanfii fuulduraas adda baafneerra.
I convened the macro economic committee this morning to review current progress and evaluate future actions.