በዚህ ዓመት ትምሕርታችሁን ያጠናቀቃችሁ የማስተርስ እና የፒ.ኤች.ዲ ዲግሪ ምሩቃን እንኳን ደስ ያላችሁ። ይህንን ምዕራፍ ያጠናቀቃችሁት በአስጨናቂው የኮቪድ19 ወረርሽኝ መካከል ቢሆንም፣ ትምሕርታችሁን በቴክኖሎጂ በመታገዝ ለማጠናቀቅ ያሳያችሁት ቁርጠኝነት እና ጽናት የሚደነቅ ነው። ለሁኔታው በሚስማማ መልኩ ራሳችሁን ማዘጋጀታችሁንም ያሳያል። በዓለማችን የሚታዩት ፈጣን ለውጦች ለየሁኔታው በሚሆን መልኩ ራስን በማዘጋጀት፣ የትኛውንም ዓይነት መሰናክል ተቋቁመው በአሸናፊነት የሚወጡ ሰዎች መሆንን ይጠይቅብናል። ቀጣዮቹን የሕይወታችሁን ምዕራፎች ስትጓዙ፣ ያካበታችሁት ዕውቀት እና ክህሎት ሀገራችሁን እና ዜጎቿን የሚያገለግል እንዲሆን ተስፋዬ እና እምነቴ ነው። የሀገራችን የኢትዮጵያ ብልጽግና በትምሕርታቸው አገናኝ ድልድዮችን ለመሥራት እና ገንቢ አሻራቸውን ለማሳረፍ በሚሹ ሴቶች እና ወንዶች ልጆቿ እጅ ላይ ነው።

Eebbifamtoota M.A. fi PhD bara kana barnoota keessan xumurtaniif baga gammaddanin jedha. Boqonnaa kana kan xumurtan weerara dhiphisaa #COVID-19 keessa taatanii ta'us, barnoota keessan teeknooliijiitti fayyadamtanii xumuruuf kutannoofi ciminni argisiiftan kan dinqisiifatamudha. Akkaataa haalichaan walsimuu danda'uun of qopheessuu keessanis kan argisiisudha. Jijjiiramoota ariifataa addunyaa keenyarratti mul'ataniif akkaataadhuma haalotasaaniif ta'uun of qopheessuun, namoota gufuuwwan kamiinuu dandamatanii moo'ichaan bahan ta'uu qabna. Boqonnaa jireenya keessanii ittaanuutti yoo deemtan beekumsiifi ogummaan kuufattan biyya keessaniifi lammiileeshee ittiin tajaajiluuf akka oolchitan abdiifi amantaakooti. Badhaadhinni biyya keenya Itoophiyaa ilmaanshee dhiiraafi dubaraa barnootasaaniitiin riqichoota qunnamsiisan ijaaruudhaan ashaaraasaanii kaa'chuuf barbaadan harka jira.

Congratulations to MA and PhD level graduates for successfully completing your studies. Although you mark a milestone during precarious times of #COVID19, your commitment and perseverance to finalize your studies online is commendable and testament to your adaptability. The rapid changes in our world demands adaptable individuals who are able to weather any obstacles and come out winners. As you embark on your next chapters in life, may the knowledge and skills you have accumulated be in service to your country and fellow citizens. Ethiopia’s prosperity sits on the shoulders of its sons and daughters who through their education build bridges and aspire to leave a constructive legacy.
How to Cut in iMovie