"ሀገር አቀፍ የጤና ዐውደ ርእይ" ዛሬ በሳይንስ ሙዚየም አስጀምረናል። በዐውደ ርእዩ የመንግሥት እና የግል ተቋማት ፣ በጤና ቴክኖሎጂ ዘርፍ የተሠማሩ ድርጅቶች እንዲሁም የምርምር ተቋማት ይሳተፋሉ።

Agarsiisa fayyaa sadarkaa biyyaatti qophaa'e har'a Godambaa Saayinsiitti jalqabsiifneerra. Agarsiisa kanarratti dhaabbileen mootummaafi dhuunfaa, dhaabbileen teknooloojii fayyaarratti bobba'an akkasumas dhaabbileen qorannoo ni hirmaatu.
Best Bluetooth Speaker Sound Quality