ዛሬ ከፕሬዝዳንት ዘሌንስኪ ጋር በሁለትዮሽ እና በዓለም አቀፍ የጋራ ጉዳዮች፣ እንዲሁም በዩክሬን እና በሩሲያ መካከል ሰላም ለማምጣት በሚቻልበት መንገድ ላይ በስልክ ተወያይተናል።

Har'a Pirezdaanti Zeleneskii waliin dhimmota garlameefi dhimmoota waloo idil-addunyaa irratti, akkasumas haala Raashiyaafi Yuukreen gidduutti nagaa buusuun danda'amu irratti bilbilaan marii'anneerra.

I held a phone call with President Zelensky today to discuss bilateral and international matters of mutual interest as well as the means and ways of bringing peace between Ukraine and Russia.
The Ultimate Guide to Using Insta Video Downloader