በዚህ ፈታኝ ወቅት አጋሮቻችን ወሳኝ የድጋፍ ምንጭ ሆነውናል። አብሮ የመቆምን ጠቀሜታም በተጨባጭ ተመልክተናል። ከኖርዌይ ጠቅላይ ሚኒስትር ኤርና ሶልበርግ ጋር የነበረኝ የስልክ ውይይት ያረጋገጠልኝ ይህንኑ ነው። ኖርዌይ ከኢትዮጵያ ጎን መቆሟን እና ድጋፍ ማድረጓን እንደምትቀጥል ገልጸውልኛል።

Yeroo rakkisaa kana keessatti faayidaa waliin dhaabachuu arguuf akka dandeenyetti, michuuwwan keenya yeroo balaa #COVID-19 kana keessa gahee ijoo ta'e bahaa jiru. Ministira Muummee Noorwey, Ernaa Soolbergi waliin marii gaarii bilbilaan gooneen biyyi isaanii #Itoophiyaa waliin dhaabachuufi deeggarsa gootu kan itti fuftu ta'uu naa ibsaniiru.

Our partners have been key to us during the #COVID19 crisis as we have witnessed the importance of standing together in trying times. Fruitful phone call with Prime Minister Erna Solberg on #Norway’s continued solidarity and support to #Ethiopia.
The Best Dell Monitor for Your Needs