แจแ แแชแซ แแแต แจแจแฃแต แตแญแ
แแญ แ แแณแแแ แต แ แแ
แแ
แตแฃ แฅแแฐ แฆแฎแแซ แญแแ แจแฆแจแ แแ แซแแต แจแแฐแ แแณแต แฐแญแถแฃแธแแแข แ แ แญแญ แแ แแตแฅ แจแฐแธแแฉ แแ
แ แจแฐแฆแฝแ แ แแฐแแ แจแ แจแญ แแฅแจแต แแแกแ แแแแ แ แตแแแ แฒแแแฃ แจแแซแจแแ แแ แจแแ แแแต แแฎแแญแถแฝ แฐแแ แฝแแฎแฝ แณแญแจแ แฑ แแแตแ แแแ แแต แซแตแฝแแแข
Wayita Gaanfi Afrikaa hongee cimaadhaan rakkataa jiru kanatti, kanneen akka Naannoo Oromiyaa Godina Booranaa miidhaa guddaan irra gaheera. Yeroo gabaabaadhaaf hawaasa rakkatan deeggaruudhaan jijjiirama haala qilleensichaa faccisuun barbaachisaa yoo ta'u, piroojektoonni misooma bishaanii yeroo giddugaleessaa immoo utuu rakkoowwan hin uumamiin furmaata kennuuf kan dandeessisanidha.

Welcoming Remarks at the 35th ordinary Session of the AU Assembly
แ แ แฒแต แ แ แฃ แ แฐแซแแฐแ แจแ แแชแซ แ
แฅแจแต แจแแชแแฝ แแฃแ แแญ แจแฐแแแฝแแตแ แแ แ แแฐแแแฝแแแแข #แขแตแฎแตแซ แแแ แฅแแฟแ แแญแแณ แตแแ แแฝแแแฝแข
Thank you to all those that have joined us in Addis Ababa for the AU Summit. #Ethiopia welcomes you always.

แจแ แแชแซ แ
แฅแจแต 35แ แแฐแ แ แจแแชแแฝ แแฃแ แ แแแซแ แแแณ แฅแแฒแซแแต แจแธแฅแณแ แแญแ แแฐแจแแ แฅแญแฑ แ แตแฐแแฝแ แณแแ
แแตแแแฌแ แ แแญแฃแแแข
Yaa'iin Idilee Hooggantootaa Gamtaa Afrikaa 35fa haala gaariidhaan akka gaggeeffamuuf gumaacha guddaa dameen nageenyaa godheef galata guddaan dhiyeessa.
Great appreciation to our security sector for their great work during the 35th Ordinary Session of the AU Assembly.

แจแ แแฝ แธแแ แแฅแญแ แแแต แแแญ แแ แซ แจแแแ แแซแแฌแแฝแ แ แแแจแต แจแแฐแ แแคแต แฅแซแตแแ แแแข
Misoomni qonnaa sulula Awaash fuduraalee gabaa biyya alaatiif ta'an homishuudhaan bu'aa guddaa argamsiisaa jira.
Awash valley agriculture development yielding great results of exportable fruits.