Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
114K subscribers
5.1K photos
253 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
የአዳማ ቆርቆሮ ፋብሪካ ከትንሽ ጀምሮ ወደ ትልቅነት የመድረስ ተምሳሌት ነው። ዛሬ የተመረቀው የማስፋፊያ ፕሮጀክቱ ኢንዱስትሪዎቻችን በሀገር ውስጥ አስፈላጊ የግንባታ ግብአቶችን ለማምረት ያላቸውን ከፍተኛ ዐቅም የሚያሳይ ነው። እንዲህ ያሉ ሀገር በቀል ሞዴሎችን ማበራከት የውጭ ምንዛሪ ወጪያችንን በእጅጉ ለመቀነስ ያስችላል።

Warshaan Qorqorroo Adaamaa xinnoorraa jalqabee guddaarra gahuudhaan fakkeeynadha. Piroojektiin babal'ina warshichaa har'a eebbifame humna guddaa indaastiriiwwan keenya galteewwan ijaarsaa barbaachisaa ta'an biyya keessatti homishuudhaaf qaban kan argisiisudha. Moodeelota biyyaa maddan akkanaa heddummeessuun baasii sharafa alaa haalaan hir'isuuf ni dandeessisa.

Adama Steel Factory is a model for starting small and growing big. Today’s celebration of its expansion project is an acknowledgement of the immense capacities our industries possess to produce essential construction inputs locally. Multiplying such homegrown models will greatly support in reducing our foreign currency expenditures.
ክረምት ሳይገባ ለዘንድሮው #የአረንጓዴዐሻራ መርሐ ግብር የዝናብ ውኃ ለማቆር እና የአፈር መሸርሸርን ለመከላከል የሚደረገው ጥረት እጅግ ተስፋ ሰጪ ነው። ከመጪው የዝናብ ወቅት አስቀድሞ በመላ ሀገራችን በቂ ዝግጅት እናድርግ።

Tattaaffiin Sagantaa #AshaaraaMagariisaa baranaaf utuu ganni hin seeniin bishaan bokkaa kuufachuufi dhiqama biyyoo ittisuuf godhamu abdachiisaadha. Utuu ganni hin seeniin guutummaa biyyaatti qophii gahaa haa goonu.

Commendable preparations being undertaken before the rainy season begins to capture rain water for this year’s #GreenLegacy program as well as to protect soil from erosion. I encourage all throughout the country to adequately prepare ahead of the upcoming rainy season.
በመጪው ክረምት #የአረንጓዴዐሻራ እንቅስቃሴያችን አራተኛ ዓመቱን ይይዛል። ለአራቱ ዓመት ያቀድነውን ግብ ለማሳካት ብቻ ሳይሆን፣ ታሪክ የሚቀይር ውጤት ለማስገኘት ችግኝ የማፍላት ቅድመ ዝግጅት እየተካሄደ ነው።

Sochii #AshaaraaMagariisaa keenya edda jalqabne ganni dhufu waggaa afraffaa isaati. Galma waggaa afraniif keenye milkeessuu qofa utuu hin ta'iin bu'aa seenaa geeddaru argamsiisuuf hojiin dursaanii biqiltuu qopheessuu raawwatamaa jira.

This rainy season will mark the fourth year of our #GreenLegacy initiative. Seedling preparations are currently underway to enable us in meeting and exceeding our four year target.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ሀገራችን የበጋ የስንዴ ለማምረት የምታደርገው ጥረት ተጨማሪ ማሳያ። በተለይም በዓለም አቀፍ ደረጃ የስንዴ አቅርቦት እጥረት አሳሳቢ እየሆነ በመምጣቱ፣ ጥረታችንን ማጠናከር በእጅጉ ያስፈልገናል።

Tattaaffii biyyi keenya qamadii bonaa homishuuf gootuuf agarsiiftuu dabalataa. Keessumaa hanqinni dhiyeessii qamadii akka addunyaatti jiru yaaddessaa ta'aa dhufuusaatiin, tattaffii keenya cimsuun baay'ee nubarbaachisa.

Another demonstration of national summer wheat productivity. Intensifying our efforts is even more crucial now as global supply of wheat becomes strained.
የተቋም ግንባታ የለውጡ ሂደት ወሳኝ አካል ነው። የኢትዮጵያ ጉምሩክ ኮሚሽን ተቋሙን ሰውን ማዕከል ባደረገ መልኩ ለማሻሻል እያከናወነ ያለው ሥራ የሚደነቅ ነው። ኤሌክትሮኒክ አገልግሎት የሚሰጥበትን ሥርዓት በመዘርጋት፣ ምቹ የሥራ ቦታን በመፍጠር፣ ሠራተኞች በተመጣጣኝ ዋጋ የምግብ አቅርቦት እንዲያገኙ በማስቻል፣ የተሟላ አገልግሎት ለመስጠት የሚያስችሉ የሕፃናት ማቆያ ማዕከላትን በማደራጀት እና ለጽዳት ሠራተኞች ተጨማሪ የገቢ ማስገኛ መንገዶችን በማመቻቸት እና አስቻይ ሁኔታዎችን በመፍጠር ቅልጥፍናን የሚጨምሩ ሥራዎችን ከውነዋል።

Dhaabbata ijaaruun qaama murteessaa adeemsa jijjiiramichaati. Komiishiniin Gumuruukii Itoophiyaa hojiin haala nama giddugala godhateen dhaabbaticha fooyyessuuf hojjetaa jiru kan dinqisiifatamudha. Sirna tajaajilaa elektirooniksiidhaan kennamu diriirsuudhaan, bakka hojii mijataa uumuudhaan, hojjettoonni gatii madaalawaadhaan dhiyeessii nyaataa akka argatan taasisuudhaan, giddugaloota daa'imman keessa turaniifi tajaajila guutuu kennuu dandeessisan qopheessuudhaan, akkasumas hojjettoota hojii qulqulleessuu hojjetaniif haala itti galii dabalataa argachuu danda'an mijeessuufi haalota gaarii uumuudhaan hojiilee si'aayina dabalan hojjetaniiru.
Samsung HW-B650: A Powerful Soundbar for an Immersive Audio Experience