แ แ แแซ แญแแ แจแแซแแฐแ แจแแ แฒแแแถ แแฎแแญแต แจแแแแแแต แจแแฐแแท แขแตแฎแตแซ แแญ แตแแตแญ แแแ แจแแซแแแแ แ แญแซแณ แณแชแซแ แแฎแแญแถแฝ แ แแฑ แแแข แฐแแ แธแ แตแแ
แจแแแแต แแ
แ แซแแ แฒแแแฃ แจแขแตแฎแตแซ แแแแต แแญ แจแแฃแฃแแต แฅแแฒแ
แซแ แตแแแ
แแฎแแญแถแฝ แญแ
แแ แแแ
แแ
แ แแแ แแ แซแแแแข แ แแ แ แฐแ แแญแณ แแญแแแฝ แแญ แฐแแฅแญแฐแ แแแ แแแญ แจแแซแแตแฑแฃ แฅแซแต แฅแ แแฃแ แ แ
แญแฆแต แแญ แ แฐแฉแจแ แจแแ แฉ แฃแแแฅแถแฝ แจแฅแ แแแ แ แแฎแฝ แแธแแข
Piroojektiin simmintoo Lammii Naannoo Amaaraatti ijaaramaa jiru piroojektoota seena qabeeyii hedduu egeree Itoophiyaa barbaannu waliin riqicha ta'anii walittinufidan keessa tokkodha. Shawaan Kaabaa humna misoomuu danda'u guddaa kan qabu yoo ta'u, piroojektoonni gurguddoo akkasii fedhii Itoophiyaa waliin walsiman humna guddaa misoomuu danda'u kanatti fayyadamuuf ni gargaaru. Abbootiin qabeenyaa ilaalcha bal'aarratti hundaa'anii maallaqasaanii hojiitti bobbaasan akkasumas qulqullinaafi dhiheessii saffisaarratti xiyyeeffatanii hojjetan aanteewwan keenya adda dureedha.

แจแแต แ แ แแฅแญแ แแแ แจแแแตแซ แจแฐแ แแแฅแ แ แ แซแฃแขแ แซแแ แ แซแแณแฝแ แแญ แ แแญแ แฌ แฐแตแณ แฐแฐแแถแแแข แแแแ แ แซแแณแฝแ แจแแแกแ แฐแ
แแแต แฅแ แแแต แ แฐแ แแแตแจแ แญ แแตแฎ แแแ แแแแ แ แจแแแงแแข แญแแแ แแแฅแ แ แซแแต แ แแแ แ แแตแแต แซแธแแแ แแแฅแฃ แฅแแณแ แแฐแแฉแต แแ แแต แ แตแแช แแแข
Jalabultii ayyana Iid Alfaxir uummata Magaalaa Waldiyaafi raayyaa keenya naannoo sana jiru waliin kabajuukootti gammachuutu natti dhagahama. Gootichi Raayyaan keenya nageenyaafi misooma uummataa dhiigasaatiin kabachiisuuf yoomiyyuu qophee ta'uusaa mirkaneesseera. Gimbii uummataafi raayyaa kana tokkummaa kaayyootiin itiche kana tuquu dhiisii itti dhiyaachuunuu sodaachisaadha.

แจแแแตแฎแ #แจแ แจแแแดแแปแซ แฐแจแ แแ
แต แฅแจแฐแแจแ แฒแแฃ แญแ
แ แจแแญแจแ แแญแซ แจแแฎ แจแฐแแซแฉ แแญแแต แฝแแแฝ แฅแจแฐแแแ แญแแแแข แฅแแฐ แแแแฅ แฐแญแแฃ แแแแฃแณแฃ แแแณแ
แฃ แแแแฅ แฅแ แแแฅแต แแแแถแฝ แจแแญแจแ แ แแแแแตแ แ แแ
แฐแญแ แแชแซ แตแแแฝ แฅแ แตแแแ
แขแแฑแตแตแชแแฝแ แแแแ แญ แแแ แแแ แต แฅแแฝแแแแข
#AshaaraanMagariisaa bara kana wayita dhiyaachaa dhufe kanatti gosa leemmanaa kana dabalatee biqiltuuwwan garaagaraa qophaa'aa jiru. Akka muka waamaraaf ta'uutti ijaarsaaf, boba'aaf, nyaataafi uffataaf waan ooluu danda'uuf muka kanaan walqabatee indaastiriiwwan xixiqqaafi gurguddaa uumuuf itti fayyadamuu dandeenya.
As this year's #GreenLegacy planting season nears, various types of seedlings are being prepared including this bamboo variety. As a versatile plant, we can use bamboo for construction, fuel, food and clothing needs in innovating small and large scale industries around this plant.

แฅแแณแ แแแต แ แ แแฅแญ แ แแ แ แฐแแ แ แฐแจแณแฝแ!
แแญแ แแแต แแแต แ แแแญ แแณแญ แแญ แแฅแแแตแ แแฅแแแต แจแแจแแ แแฅแแแตแแต แแแข แแแแฝ แฅแแถแปแฝแ แฅแ แ แฃแถแปแฝแ แจแแแซแธแแ แแปแแตแ แแแแแแต แแแ แ แ
แฒแ แแตแญ แจแแแแ แแญแแณแธแแ แจแแแแแข แแฌ แญแแแ แจแแญแแต แแ แจแจแแแตแ แแญแ แแปแฝแแ แ แญแฅแญ แฅแแตแฃแธแแแแข แฅแแ แแแปแธแแฃ แแฐแแต แแญแ แแฝ แแจแ แฏแต แแแซแฝแ แแแแแ แฅแแฝแแ แแแแแธแ แแ แจแแแจแแ แฐแฐแช แแญแ แแฝ แแแแฝแแ แแแจแแแฅ แญแแฃแแแข
Gootummaa jechuun aasrsaa dhimma biyyaarratti dhugaafi amantaaf kanfalamu jechuudha. Gootonni haadholiifi abbootiin keenya bilisummaafi birmadummaa biyyasaanii eegsisuuf jecha lubbuusaanii bakka buutuu hin qabne kennaniiru. Har'a gootota duraanii gatii lubbuu kanfalan kanneen kabajaan yaadanna. Nutis ilmaansaanii biyya keenya goototni duraanii kabajan kana olaantummaafi badhaadhina gonfachiisuuf gootota bakka buutota aarsaa kanfallu ta'uu keenya mirkaneessuu qabna.

แแฌ แ แแแซแฅ แแแฃแญ แฐแแแผ แซแจแแต แจแ แซแแฑ แแตแฎ แแแแแต แฅแ
แ แ แตแฐแแ แแ แญแข แขแตแฎแตแซแ แจแแแแฃ แ แแแ แแแณแ แแผแ แแแแแแทแ แแแตแจแ แญแค แแแแฐแแ แแแแแฑแ แซแจแแแ แ แซแแต แแณแ แแแข แ แแแซแฅ แแแฃแญ แซแจแแแ แญแแแ แแแข