Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
113K subscribers
5.07K photos
249 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
ከዕቅዱ ጅማሬ እስከ መጠናቀቂያው ጊዜ 10 ወራትን ብቻ የወሰደው እና ዛሬ የመረቅነው የሸገር ዳቦ ፋብሪካ በብልጽግና ጎዳና መራመድ የመጀመራችን ተምሳሌት ነው። በአንድ ሰዓት ውስጥ 80000 ዳቦዎችን በማምረት በተመጣጣኝ ዋጋ ለሕዝቡ ለማድረስ የሚያስችል ሲሆን፣ ለከተማችን የምግብ ዋስትና ከፍተኛ አስተዋጽኦ ይኖረዋል።

Warshaan Daabboo Shaggar jalqabarraa kaasee xumuruuf ji'oota 10 qofa fudhateefi har'a eebbifne daandii badhaadhinaarra adeemuu eegaluu keenyaaf fakkeenyadha. Warshichi sa'aatii tokko keessatti daabboowwan kuma 80 hoomishuudhaan gatii madaalawaadhaan uummataan gahuu kan dendeessisu yoo ta'u, wabii nyaataa magaalaa keenyaafis gumaacha olaanaa qabaaata.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
እንሥራ በተሰኘው አዲስ የሸክላ ሥራ ማዕከል ለምትሠሩት እህቶቼና እናቶች እንኳን ደስ ያላችሁ ለማለት እወዳለሁ። የድካማችሁን ፍሬ በማየቴ ደስ ብሎኛል።

Obboleettiiwwaniifi haadholiikoo giddugala hojii suphee haaraa 'Insiraa' jedhamufi dhiyeenya hojii eegale keessa hojjettaniif baga gammaddani jechuun barbaada. Bu'aa dhamaatii keessanii arguukootti gammadeera.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
ከፌደራል ሚኒስትሮች እና ሚኒስትር ዲኤታዎች ጋር በእንጦጦ #አረንጓዴዐሻራችንን አሳርፈናል።

#GreenLegacy in Entoto with Federal Ministers & State Ministers

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
ጠቅላይ ሚኒስትር አብደላ ሐምዶክን እንዲሁም በሱዳን የአጋርነት ስብሰባ ላይ የታደሙትን ሁሉ፣ ለሱዳን የሚያስፈልገውን የፖለቲካ እና የገንዘብ ድጋፍ ለማሰባሰብ እጅግ አስፈላጊ የሆነውን የኢንተርኔት መድረክ ስላዘጋጁ አመሰግናቸዋለሁ። ይህ ለሱዳን የሽግግር ወቅት በመሆኑ፣ ከእነርሱ ጋር በአንድነት እንቆማለን። ይህች ታላቅ ሀገር እና ሕዝቧ በሙሉ ኃይላቸው ወደ ዕድገት ጎዳና ሲገሠግሱ፣ የልማት አጋሮቻችን ድጋፍ እንዲያደርጉላቸው ጥሪ እናቀርባለን። የተ.መ.ድ ዋና ጸሐፊ አንቶኒዮ ጉቴሬስንም ለድጋፋቸው አመሰግናቸዋለ። የተ.መ.ድ አባል ሀገራት ድጋፋቸውን ለሱዳን ይለግሱ ዘንድ እንዲያነሣሡ እጋብዛቸዋለሁ።

Ministira Muummee Abdallaa Hamdookiin akkasumas kanneen walgahii michummaa Sudaanirratti hirmaatan hunda deeggarsa siyaasaafi maallaqaa Sudaaniif barbaachisu qindeessuuf waltajjii intarneetii baay'ee barbaachisaa ta'e qopheessuusaaniitiif nan galateeffadha. Yeroon kun Sudaaniif kan cehumsaa waan ta'eef tokkummaadhaan bira ni dhaabbanna. Biyyi guddoon kuniifi uummannishii humnasaanii guutuudhaan gara daandii guddinaatti yoo imalan michoonni misoomaa akka isaan deeggaran waamicha dhiyeessina. Barreessaan Olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Antooniyoo Guutereeziin...

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
TikTok and Fitness: The Rise of Wellness Trends on the Platform