ከሶስት ዓመታት በፊት የተተከሉት እነዚህ የቡና ዛፎች የ#አረንጓዴዐሻራን ፍሬ እያፈሩ ነው። የኢትዮጵያ #አረንጓዴዐሻራ መርሃ ግብር ስነ-ምህዳሩን ከማረጋጋት ባለፈ የግብርና ደን ልማትን በማጎልበት ላይ ይገኛል።
Hundeewwan bunaa waggaa sadii dura dhaabaman kunneen ija #AshaaraaMagariisaa godhataa Jiru. Sagantaan #AshaaraaMagariisaa Itoophiyaa sirna naannawaa uumamaa tasgabbeessuu irraa darbee qonna bosonarraa argamu gabbisuurratti argama.
These coffee trees planted three years ago as part of our #GreenLegacy are bearing fruit. Ethiopia’s #GreenLegacy program is not only stabilizing the ecosystem but also enhancing agroforestry.

የኢትዮጵያዊያን ብርቱ እጆች በጽናት ታሪክ መስራት ቀጥለዋል። ዛሬ በተጠናቀቀው የክረምት የአረንጓዴ አሻራ መርሃ ግብር ካቀድነው በላይ አሳክተን 7.5 ቢሊየን ችግኞችን መትከል ችለናል። ህዝባችን ያሳየውን ትጋትና እና ብርታት መንግስት በእጀጉ ያከብራል ።
Harkoonni Itoophiyaanotaa cimaan, jabinaan seenaa hojechuu itti fufaniiru. Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gannaa har'a xumurameen isa karoorfannee ol galmaan geenyee biqiltuuwwan biiliyoona 7.5 dhabuu dandeenyeerra. Mootummaan ciminaafi dhimmamuu uummanni keenya agarsiise hedduu dinqisiifata.
The strong and resilient hands of Ethiopians continue to make history. At the completion of this year’s #GreenLegacy season, we achieved more than our intended target and have collectively planted 7.5 billion saplings nationwide.The government honors the hard work and perseverance shown by our people.

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የኢትዮጵያዊያን ብርቱ እጆች በጽናት ታሪክ መስራት ቀጥለዋል።
Harkoonni Itoophiyaanotaa cimaan, jabinaan seenaa hojechuu itti fufaniiru.
The strong and resilient hands of Ethiopians continue to make history.
Harkoonni Itoophiyaanotaa cimaan, jabinaan seenaa hojechuu itti fufaniiru.
The strong and resilient hands of Ethiopians continue to make history.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
ታላቁ የኢትዮጵያ ሕዳሴ ግድብ በአሁኑ ወቅት ከፍተኛ የቱሪዝም መዳረሻ ልማት አቅም ያላቸው ወደ 70 የሚጠጉ ደሴቶች መገኛ ሆኗል። በህብረት ለመስራት ከወሰንን ሀገራዊ እምቅ አቅማችንን ለመጠቅም በብዙ አፅናፋት ብዙ እድሎች አሉን።
Wayita ammaa Hidhi Guddichi Haaromsa Itoophiyaa odolawwan gara 70 humna misooma tuuriizimii olaanaa ta'uu danda'an of keessaa qaba. Waltaane hojjechuuf yoo dhimmaamne, akka biyyaatti humna qabnutti fayyadamuuf carraawwan fuulduratti mul’achaa deeman hedduutu jira.
The Grand Ethiopian Renaissance Dam is now home to around 70 islands which have immense tourism destination development potential. There are many possibilities for us on the horizon if we commit to working in unison to unlock our national potential.