Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
114K subscribers
5.1K photos
253 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
የአዲስ አበባ የሕዳሴው ቤተሰቦች ዛሬ ከያሉበት ለ#አረንጓዴ ዐሻራ ጥሪ ምላሽ ሰጥተዋል። የችግኝ መትከያ ወቅት አጋማሽ ላይ በምንገኝበት በዚህ ጊዜ፣ የሚቀጥለው ትውልድ ከእናንተ የሚጠብቀውን ለማሳካት ስለ ተጋችሁ አመሰግናችኋለሁ። ኢትዮጵያውያን በሙሉ፣ ከታሰበው ዓመታዊ ዕቅድ በላቀ ሁኔታ ምላሽ እንድትሰጡ ላበረታታችሁ እወዳለሁ። በአብሮነት እናሳካዋለን!

Gootonni eegumsa naannawaa Finfinnee har'a kutaalee magaalattii hundarraa waamicha #AshaaraaMagariisaatiif deebii kennaniiru. Yeroo biqiltuu dhaabbichaa kan walakkessine yoo ta'u, waan dhaloonni ittaanu isinirraa eegu bahuuf ka'uukeessaniif isin galateeffachuun barbaada. Galma waggaa kaa'ame ol milkeessuudhaaf guutummaa biyyaatti kan jirtan hunda keessan jajjabeessuun barbaada. Waliin taanee kana gochuu ni dandeenya!

Addis Ababa environment heroes have come out today from all parts of the city to meet the #GreenLegacy challenge. We’re halfway through the planting season and I commend you for rising to what the next generation demands of you. I encourage all throughout the country to exceed the annual goal set. We can do it together!
#አረንጓዴዐሻራ ችግኝ ተከላ በእቴጌ መነን የሴቶች አዳሪ ትምሕርት ቤት

Dhaabbii biqiltuu #AshaaraaMagariisaa Mana Barumsaa Bultii Shamarranii Iteegee Mananiti.

#GreenLegacy planting at Etege Menen Girl’s
Boarding school.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
ሀገራችንን በፍቅርና በመስጠት እንገንባት:: ጥላቻን እናርቅ፤ ጠይውን የሚበላ ካንሰር ነውና::

Biyya keenya jaalalaafi kennuudhaan haaijaarru. Jibbiinsa haadhabamsiifnu kaanserii isa jibbu sana nyaatu waan ta'eef.
#ቤሩት በተከሰተው ፍንዳታ ክፉኛ አዝኛለሁ። ጸሎቴ እና ሀሳቤ ከሊባኖስ ነዋሪዎች ጋር ነው። በሊባኖስ የምትኖሩ ኢትዮጵያውያን ከቆንስላችን ጋር ግንኙነት እንድትፈጥሩ በእጅጉ አበረታታለሁ። እንደዚህ ባለው አስከፊ ጊዜ መተጋገዝ አስፈላጊ ነው።

Dhoohinsa Berut keessa mudaten baay'ee gaddeera. Kadhaani fi yaadni kiyya jiraattoota Libaanoos walin jira. Itiyoophiyaanotni Libaanoos jiraattan qonsiloota waliin akka qunnamtan bay'een isini jajjabeessa. Haala yaaddeessa akkana keessa walgargaarun barbaachisa dha.

Deeply saddened by the tragic explosion in #Beirut. My thoughts and prayers with the people of Lebanon. I encourage Ethiopians living in Beirut to get in touch with the Consulate as you help one another amidst such an ordeal.
ኢትዮጵያ የ #ኮቪድ19ን ወረርሽኝ ለመከላከል የምታደርገውን ጥረት በማገዝ፣ ከፍተኛ ጥራት ያላቸውን 250 የመተንፈሻ ቬንትሌተሮች እና ሌሎች ወሳኝ የሕክምና መገልገያዎች ድጋፍ ስላደረጉልን፣ የዩናይትድ ስቴትስ መንግሥትን ለማመስገን እሻለሁ። እነዚህ መገልገያዎች የደረሱን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ብዛት በጨመረበት አሳሳቢ ጊዜ ነው። ተመጣጣኝ የመከላከል ርምጃዎችን መውሰዳችን እንዳለ ሆኖ፣ መዘናጋት እና ቸልታንም እናስወግድ። እጆቻችንን በሚገባ እንታጠብ። የአፍና አፍንጫ መሸፈኛ ጭምብሎችን በአግባቡ እንጠቀም። ሁልጊዜም ርቀታችንን እንጠብቅ!

Mootummaan Yuunaaytid Isteetis veentileeteroota ammayyaa 250 fi meeshaalee wal'aansaa murteessaa ta'an kanbiroo tattaaffi Itoophiyaan #COVID-19 ittisuuf gootu deeggaruuf oolan kennuudhaan nugargaaruusaatiif galateeffachuun barbaada. Meeshaaleen kunneen kan nuqaqqaban wayita lakkoofsi namoota haaraa vaayirasichaan qabamanii dabalaa jiruitti waan ta'eef wayitaawaadha. Tarkaanfiiwwan ittisuuf malan fudhatamaa utuma jiranii, dagachuu garuu dhiisuu qabna. Harka keenya sirriitti haadhiqannu. Haguugduu afaaniifi funyaanii sirriitti haafayyadamnu. Yeroo hunda walirra fageenya keenya haa eegnu!
የበጎ ፈቃደኝነት አገልግሎት ማኅበረሰብን ከማገልገል ባለፈ፣ ክህሎትን ለማግኘት እና ዕውቀትን ለማዳበር ያስችላል። ስለ ማኅበረሰባችንም የባለቤትነት ስሜት እንዲኖረን ያደርገናል። በበጎ ፈቃደኝነት ተግባራት ተሠማርታችሁ የቆያችሁ እና የመልካም ሥራችሁን ፍሬ ያጨዳችሁ ወጣቶችና ሌሎች አድናቆቴ ይድረሳችሁ።

Tajaajilli tola ooltummaa hawaasa tajaajiluurra darbee ogummaa argachuufi beekumsa kuufachuuf nama dandeessisa. Hawaasa keenya keessattis miira abbummaa horachuuf nama gargaara. Dargaggotaafi namoota kanbiroo hojii tola ooltummaarratti bobba'anii turaniifi amma bu'aa hojii gaarii facaasan haammachaa jiran nan dinqisiifadha.

Volunteerism is not only an act of community service but a means to gain skills, accumulate knowledge and develop a spirit of ownership in our communities. I appreciate youth and other groups that have been engaging in volunteer activities and reaping the good deeds they sow.
The Benefits of Using a YT Audio to MP3 Converter