แ แแแญ แฐแจแ แแแ แ แแแ แจแคแ แแแต แฅแแฒแแ แ แญแซแณ แจแฐแแฅแฎ แ แฐแแแฝแ แแแแแ แฅแจแฐแจแฃแจแฅแ แแแข แ แแ
แแ
แตแฃ แจแญแแ แ แปแแปแธแ แแญ แฐแฃแฅแจแ แจแ แจแ แ แแ แฃแ แแแจแแจแ แ แจแแฐแ แฅแจแต แแญ แแแแแต แจแแฐแซแ แฐแแแต แแตแแแฌแ แแแ
แจแฅ แฅแแณแแแข
Sadarkaa biyyaatti rakkoo fayyaa idil-addunyaa, akkasumas balaawwan uumamaa hedduu dandamachuuf tumsaa jirra. Dhaabbilee federaalaa yeroo kanatti gitootasaanii naannoo waliin ta'uudhaan awwaannisa gammoojjii ittisuuf carraaqqii olaanaa taasisaa jiran galateeffachuun barbbada.
As we address a global health crisis and various natural disasters we are confronted with as a nation, I would like to recognize the efforts of Federal institutions working collaboratively with regional counterparts in fighting desert locust.

แจแฐแจแ แฉ แจแฉแแต แแข แแแ แผแญ แฐแฃแ
แ แ แ แแแต แ แ-แแ แญ แ แ-แฐแฃแ แ แแแแธแ แแแ แฐแฐแแถแแแข แแคแฐแฐแฃแธแ แฅแ แแแแ แจแฉแแต แแแฅ แแฝแแแตแ แฅแแแแแข
Hoogganaan Kuweet, Sheek Saabah Al Ahmad Al-Jaber Al-Saabah lubbunsaanii du'aan boqochuutti gaddeera. Maatiisaaniifi uummata Kuweet hundaaf jajjabinan hawwa.
I would like to express my condolences on the passing of His Highness the Prince of the State of Kuwait, Sheikh Sabah Al Ahmad Al-Jaber Al-Sabah. Comfort to the family and the People of Kuwait.

แจแแณแฅ แแแแ แแแญแตแค แจแฐแแแ แตแแ แ แญแ แซแฃ แแแแ แต แแแญ แฅแตแจ แแจแจแปแธแ แแแฝแฃ แแแแ แต แฅแแแต แฅแป แจแแแแต แแฎแแฐแญ แแตแแ แแแฐ แแญแซแ แ แแจแแธแ แฅแแ
แแแ แฐแฐแแถแแแข แแคแฐแฐแฆแปแธแ แฃ แแแณแ
แแแถแปแธแ แฅแ แแแแ แจแขแตแฎแตแซ แแแฅ แแฝแแแตแ แฅแแแแแข
Mallattoo olaantummaa yaadaa, fakkeenya qabsoo nagaa qabeessaa, waan itti amananiif hamma dhumaatti kan falmaniifi dhugaa amanan qofaaf kan dhaabatan Pirofeesar Masfin Waldamaariyam lubbuunsaanii darbuutti gaddi guddaan natti dhagahameera. Maatiisaanii, firoottansaaniifi uummata Itoophiyaa hundaaf jajjabinan hawwa.

แฃแณแแแแ แจ #แ แจแแแดแแปแซ แแ
แต แจแฐแฐแจแแตแ แฝแแแฝ แ แแแจแฃแจแฅ แแญ แแแแแต แแ แ แตแแแด แญแตแจแตแข แฃแแแ แแแต แฐแญแแแธแ แจแธแฐแแแ แฝแแแฝ แจแฐแปแ แจแฝแตแแต แแ แ แฅแแตแแแ แแแฝแแ แจแฐแจแแแธแแ แฝแแแฝ แแแจแฃแจแฅ แ แแฅแแข
Warra biqiltuuwwan #AshaaraaMagariisaa yeroo darbe dhaabaman kunuunsaa jiran hundaaf galannikoo haagahu. Hamma isa bara darbe dhaabnee qabate caalaa akka qabtuuf hundi keenya biqiltuuwwan dhaabne kunuunsuu qabna.
Appreciating all who are maintaining and looking after seedlings planted in the recent #GreenLegacy season. To surpass the survival rate we achieved last year, it will take all of us taking care of what we planted.

แ แแซแซแแน แจแฅแแฆแฆ แดแถแฝ แจแ แณแฒแถแน แฅแซแแปแธแ แแฐ แคแณแธแ แฒแแแฑแกแก แจแฅแแฆแฆ แดแถแฝ แแแแณแต แแแฅ แจแแซแแฅแฅ แจแแแถ แฅแแจแต แแแแ แธแญแ แฐแ แแญแฐแ แแจแแแกแก แ แแ แแ แ แฅแแฆแฆ แแฎแแญแต แ แแซแญแแต แ แแถแแฝ แจแแแ แฉแต แ แแฅแแ แ แ แฒแฑ แแแแป แแตแฅ แแฐแจแแฑ แแแต แฅแซแแฝ แ แแฅแแต แ แ
แซแขแแต แฐแฐแซแ
แฐแแ แกแก แตแซแแตแแญแแฝแ แ แแฐแฑ แแตแฅ แแแฝแ แแแฃแตแ แญแ แญแแแข
The strong women of Entoto returning home from their new jobs. For years the women of Entoto have been invisible to many as they labored on backbreaking work to make ends meet carrying firewood. Through the Entoto project, hundreds have been trained and organized to engage as input suppliers for business in the new park. Transformation entails lifting others in the process.

แฅแแณแ แแขแฌแป แ แแ แ แฐแจแณแฝแ! Baga Ayyaana Irreechaaf Isin Gahee.