Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
112K subscribers
4.92K photos
245 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
በመጪው ክረምት ለሚካሄደው ሦስተኛ ዙር የአረንጓዴ አሻራ መርሐ ግብር የችግኞች ዝግጅት።

Sagantaa Ashaaraa Magariisaa marsaa 3ffa bara dhufu gaggeeffamuuf qophii biqiltuu dhaabamaniif taasifamu.

Seedling preparation for the third Green Legacy year to commence in the rainy season.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
የመደመር መንገድ አብሮ መኖርን እና በአንድነት ውስጥ ያለ ጥንካሬ ነው። ተፈጥሮ ይሄንን ትገልጽልናለች። በጣና ሐይቅ እና በዓባይ ወንዝ ምንጭ አዕዋፍ እርስ በእርስ በመደጋገፍና በአንድነት የሚያሳዩት መትመም፤ በፊታቸው የተደቀኑ ጋሬጣዎች በመደመር እንዴት እንደሚታለፉ ተምሳሌት ናቸው።

Daandiin Ida'amuu waliin jiraachuufi cimina tokkummaa keessa jirudha. Uumamnis kanuma nutti agarsiifti. Simbirroonni Haroo Xaanaafi burqaa Laga Abbayyaa yoo waliin balali'anifi waldeggaran yaa'an attamiin waan hunda darbanii karaa dheeraa ida'amanii tokkummaan deemuun akka danda'amu fakkeenya ta'u.

Nature shows us that the Medemer path is one that embodies support to one another; to coexistence and to strength in unity. The birds of Lake Tana and the source of the Abay River show us that through supporting each other and soaring together in unity, they can surpass what seems miles ahead of them.
እጅ ያልነካቸው የወንጪ እና ደንዲ ያማሩ የእሳተ ገሞራ ሐይቆች በመጨረሻ ተገቢው ትኩረት ተሰጥቷቸዋል፡፡ ዛሬ ሦስተኛውን ‹የገበታ ለሀገር› ፕሮጀክት በወንጪ ከተማ አስጀምረናል። ይህ ፕሮጀክት መንገዶችን እና የኤሌክትሪክ ኃይልን ያስገኛል። የቴሌኮም አገልግሎቶችን በማሻሻል የግል ባለሀብቱ በኢኮ ቱሪዝም ዘርፍ ሙዐለ ንዋይ እንዲያፈስ ያስችላል፡፡

Haroowwan voolkaanoo miidhagaa Wanciifi Daandii dhumarratti xiyyeeffannoo maluuf argataniiru. Har'a Wanciitti piroojektii "Maaddii Biyyaaf" isa 3ffa jalqabsiifneerra. Piroojektiin kun daandiiwwanifi elektiriikii of keessaa qaba. Tajaajila telekoomii guddisuudhaan abbootiin qabeenyaa dhuunfaa damee ekkoo tuuriizimiirratti akka hojjetan dandeessisa.

The pristine volcanic lakes of Wenchi and Dendi have finally been given the attention they deserve. Today we launched the third ‘DineForEthiopia’ project in Wenchi which will bring in roads, electricity and enhance telecom services to enable private sector investments in eco tourism.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Wanciifi-Daandii ekkoo tuuriizimii Piroojektii
The Art of Tweeting: Crafting Engaging and Shareable Content on Twitter