Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
114K subscribers
5.1K photos
253 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
በአካል፣በሥነ ምግባር እና በሥነ ልቦና የዳበረ ትውልድ ለመፍጠር የሚያግዘንን የስፖርት ማዘውተሪያ ገንብተናል። በየአካባቢው ተመሳሳይ የስፖርት ማዕከላትን እያስፋፋን እንቀጥላለን።
ነገ የምንፈልጋትን ሀገር ለመገንባት በዛሬው ትውልድ ላይ መሥራት ይኖርብናል።

Bakka ispoortii dhaloota qaamaan, naamusaafi xiinsammuudhaan gabbate horachuuf nugargaaru ijaarreerra. Naannawaa kaanittis giddugaleeyyii ispoortii kana fakkaatan babal'isuu itti fufna.
Biyya bor arguu feenu ijaaruuf dhaloota har'a irratti hojjeechuutu nuuf mala.

We have built a sports facility that will help us create a generation that is physically, morally and intellectually developed. We will continue to expand similar sports centers in every area.

We need to work on the current generation to build the country we want tomorrow.
ጠንክሮ መሥራት ያሸልማል። የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተናን በላቀ ውጤት አስመዝግባችሁ ዛሬ ለሸለምናችሁ ሁሉ፤ እንኳን ደስ አላችሁ። ይህንን ትጋታችሁን በከፍተኛ ትምህርታችሁም እንድትቀጥሉበት እና ኢትዮጵያን የሚቀይር ትውልድ እንድትሆኑ መበርታት ይጠበቅባችኋል።

Cimanii hojjechuun nama badhaasisa. Warri qormaata biyyoolessaa kutaa 12fa qabxii olaanaa galmeessiftanii har'a isin badhaafne hundi baga gammaddani. Jabina keessan kana barnoota keessan olaanaa irrattis itti fuftanii dhaloota Itoophiyaa geeddaru akka taataniif cimuutu isinirra jira.

Hard work is rewarding. Congratulations to the top scorers in the 12th grade national exams that we awarded today. Your discipline and hard work must continue onwards into your tertiary education and towards becoming the generation that keeps transforming Ethiopia.
Best Bluetooth Speaker Sound Quality