ከዓለም የምግብ ፕሮግራ ዋና ሥራ አስፈጻሚ ዴቪድ ቤዝሊ ጋር ኢትዮጵያ የሰብአዊ ርዳታዎችን በማስተባበር ስለምትጫወተው ሚና፣ ስለዚህ ዓመት #አረንጓዴ ሻራ ዕቅዶች ድጋፍ እና ኢትዮጵያ የምግብ ደኅንነትን ለማረጋገጥና ምርታማነትን ለማሳደግ ስለምታደርገው ጥረት ጥሩ ውይይት አድርገናል፡፡

Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deevid Beeziley waliin gahee Itoophiyaan gargaarsota namoomaa qindeessuudhaan qabdu, waa'ee deeggarsa karoora #AshaaraaMagariisaa baranaafi tattaaffii Itoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuufi hoomishtummaa guddisuuf gootu irratti marii gaarii gooneerra.

// * በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
Twitter Analytics: Measuring and Optimizing Your Social Media Impact