แจแแแตแฎแ #แจแ แจแแแดแแปแซ แฐแจแ แแ
แต แฅแจแฐแแจแ แฒแแฃ แญแ
แ แจแแญแจแ แแญแซ แจแแฎ แจแฐแแซแฉ แแญแแต แฝแแแฝ แฅแจแฐแแแ แญแแแแข แฅแแฐ แแแแฅ แฐแญแแฃ แแแแฃแณแฃ แแแณแ
แฃ แแแแฅ แฅแ แแแฅแต แแแแถแฝ แจแแญแจแ แ แแแแแตแ แ แแ
แฐแญแ แแชแซ แตแแแฝ แฅแ แตแแแ
แขแแฑแตแตแชแแฝแ แแแแ แญ แแแ แแแ แต แฅแแฝแแแแข
#AshaaraanMagariisaa bara kana wayita dhiyaachaa dhufe kanatti gosa leemmanaa kana dabalatee biqiltuuwwan garaagaraa qophaa'aa jiru. Akka muka waamaraaf ta'uutti ijaarsaaf, boba'aaf, nyaataafi uffataaf waan ooluu danda'uuf muka kanaan walqabatee indaastiriiwwan xixiqqaafi gurguddaa uumuuf itti fayyadamuu dandeenya.
As this year's #GreenLegacy planting season nears, various types of seedlings are being prepared including this bamboo variety. As a versatile plant, we can use bamboo for construction, fuel, food and clothing needs in innovating small and large scale industries around this plant.

แจ2014 แ แจแแแด แแปแซ แแแแญ แฐแแญแงแแข แ แซแฐแแแ แแแต แแญแแซแต แ แแตแจแ แ แแ แแแซแฝแ แจแแตแแต แแแฎ แแแ
แต แฒแซแแต แแญแทแแข
#AshaaraanMagariisaa bara 2014 jalqabuun dhiyaateera. Waggaa afraffaa sababeeffachuudhaan guutummaa biyya keenyaatti boolla qopheessuun adeemsifamaa tureera.
Green Legacy 2022 almost ready to launch. Pit preparations have been underway throughout the country as we mark the fourth year.