แจแขแตแฎแตแซ แแแต แฃแแญ แขแตแฎแตแซ แฐแแแตแ แแแแฃแตแ แแตแแแต แแธแแแญ แฅแแฐแแตแฝแ แแณแซ แแ แแญแทแแข แ 80แ แแแต แจแฅแซ แญแฅแจ แ แแ แแแแฃแ แ แ แซแญ แจแฐแแธ แแแปแ แ แ แแ
แ แแแ
แแฅแแฑ แฐแต แซแฐแแแข แจแตแแแตแ แณแญแจแฑ แตแแแญแต แแ
แฐแแธแแ แจแแแฅแแ แแแแ แจแแแ แฐแแแตแ แแแแฃแต แซแตแแแแแข แฃแแฎแปแฝแ แจแแแ แ แแ แฃแแฎแฝ แแญ แแแแซแจแญ แฅแแฒแฝแ แจแแแป แแแฃแณ แฃแแ แ แฐแ แแญแแ แ แ แฐแซแญ แแแแ แซแตแแแแแข
Baankiin Daldalaa Itoophiyaa biyyattiin dhaabbilee ijaaruufi dhalootatti dabarsuu akka dandeessu agarsiiftuu ta'ee tureera. Ayyaana hundeeffamasaa waggaa 80fa irratti gamoo hojii si'ataaf mijataa ta'e xumuree kanaan gahuunsaa nama gammachiisa. Dhaabbilee isa kaleessaa utuu hin irranfatiin barumsa fudhachuusaanii ittifufaniifi barichaaf malan ijaaruun barbaachisaadha. Baankiiwwan keenya baankiiwwan idiladdunyaa waliin dorgomuu akka danda'an ijaarsa gamoorra taranii humna namaafi hojimaataan ammayyoomuu qabu.

#แจแ แจแแแดแแปแซ แแญแ แแฅแญ แ แแฑ แแแแ แจแ แแญ แแธแญแธแญแ แ แแแแต แจแแฅแญแแ แแญแณแแแต แแปแปแ แฃ แ แจแแแแตแ แแแแนแ แแจแแจแ แฅแ แแตแฆแฝแ แ แฐแแ แจแแแแต แแณแฐแ แแแข แ แ แจแแแด แแปแซ แฅแแ
แตแแดแซแฝแ แ แฐแแซแฉ แจแแแซแฝแ แ แซแฃแขแแฝ แจแ แแญ แแธแญแธแญแ แ แตแฌแณแแแต แแแตแแจแต แฐแฝแแแข แ แฐแฃแ แจ แญแแต แขแตแฎแตแซแฝแแ แแแแ แแแ แณแฝแ แญแแฅแแ!
Kaayyoon #AshaaraaMagariisaa tokko dhiqama biyyoo hir'isuudhaan homisha qonnaa fooyyessuu, gammoojjummaafi rakkoo isaan walqabatee dhufu ittisuufi hidhaaleen tinfaadhaan akka hin guutamne baraaruudha. Sochii #AshaaraaMagariisaa keenyaan gooneen naannawwan biyya keenyaa garaagaraatti dhiqama biyyoo haala milkaa'een hambisuun danda'meera. Irree waltumseen Itoophiyaa keenyatti magariisa uwwisuu keenya itti fufna!

แจแ แแชแซ แ
แฅแจแต แฅแ แจแ แแฎแ แ
แฅแจแต แจแแซ แแฃแค แ แตแแตแ แจแแณแ แแฌแแฐแแต แปแญแแต แแผแ แแญ แฐแแแแฐแแแข แจแ แแฎแ แ
แฅแจแต แฅแ แจแขแตแฎแตแซแ แแแแแตแฃ แแฃแแ แฅแแฒแแ แ แ
แแซแ แแณแฎแฝแ แ แฐแแแจแฐ แแคแณแ แแญแญแต แ แตแญแแแแข
Happy to meet my friend President Charles Michel before the EU-AU Summit. We had a fruitful discussion about EU-Ethiopia relations as well as regional and continental issues of mutual significance.