Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
114K subscribers
5.11K photos
254 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
ባለፈው ዓመት የ #አረንጓዴ ዐሻራ የተከላ ወቅት በሀገር ደረጃ የተተከሉት ችግኞች እንዲያድጉ በመላው ሀገሪቱ ያላሰለሰ የመንከባከብ ሥራ ሲሠራ ቆይቷል። ከእነዚህም መካከል፣ በአማካይ 84 በመቶ የሚሆኑት ጸድቀዋል። ለመጪው የችግኝ ተከላ መርሐ ግብር በምንዘጋጅበት በዚህ ወቅት፣ ጥረታችን ፍሬ ማፍራቱን መገንዘባችን ተስፋ ሰጪ ነው።

Bara darbe yeroo biqiltuu dhaabbii #AshaaraaMagarisa biqiltuuwwan guutummaa biyyaatti dhaabaman akka guddatan hojiin kunuusuu cimaan hojjetamaa ture. Isaan keessaas giddugalaan dhibbeentaan 84 qabataniiru. Wayita sagantaa biqiltuu dhaabuu bara dhufuutiif qophaa'aa jirru kanatti carraaqqiin keenya bu'a qabeessa ta'uu hubachuun abdii kan namatti horudha.
//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
The Art of Instagram Captions: Writing Engaging and Authentic Descriptions