Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
✔
112K subscribers
4.96K photos
246 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
የ #ኢትዮጵያ የኢንዱስትሪ አቅም ከፍተኛ ነው። ዛሬ በአማራ ክልል በኮምቦልቻ ከተማ አዳዲስ ቴክኖሎጂ በመጠቀም በጨርቃ ጨርቅና አልባሳት ማምረቻ ላይ ከተሠማሩት ደፋር ዓለም አቀፍ ኩባንያዎች መካከል ሁለቱን ጎብኝተናል። #ኢትዮጵያታምርት ላይ መሠማራት ለማንኛውም ባለሀብት አዋጭ የሆነ ሥራ ነው።

Humni indaastirii Itoophiyaa olaanaadha. Har'a Naannoo Amaaraa Magaalaa Kombolchaatti kampaaniiwwan idil- addunyaa ija jabinaan teknooloojii haaraatti fayyadamuudhaan hoomisha huccuuwwanii irratti bobba'an keessaa lama daawwanneerra.
#ItoophiyaanHaaHoomishtu irratti bobba'uun abbootii qabeenyaa kamiifuu bu'a qabeessadha.

#Ethiopia’s industry potential is immense. Today we visited with courageous international investors successfully engaged in textile and apparel manufacturing in Kombolcha, Amhara Region, utilizing modern technology. #MadeInEthiopia is an overall worthy venture for any investor.
የብረታ ብረት እና ኢንጂነሪንግ ኢንዱስትሪዎች በ #ኢትዮጵያ እየተስፋፉ ነው። ከአዲስ አበባ 30 ኪሎ ሜትር ርቀት ላይ በምትገኘው ገላን ከተማ ያለው ቢኬ ብረታ ብረት ኢንጂነሪንግ ኮምፕሌክስ ከባድ መኪኖችን፣ አውቶብሶችን በመገጣጠም እና የተለያዩ የኢንዱስትሪ ግብዐቶችን በማምረት ላይ ይገኛል። በ #ኢትዮጵያታምርት ተሳተፉ።

Indaastiriiwwan sibiilaa #Itoophiyaatti babal'ataa jiru. Kompileeksiin Injiineriingii Sibiilaa BK magaalaa Galaan, Finfinneerraa km 30 fagaattutti argamu, konkolaattota gurguddoofi atoobisoota tolchuufi galteewwan indaastirii addaaddaa hoomishuu irratti argama. #ItoophiyaanHaaHoomishtu irratti hirmaadhaa.

Metal and engineering industries in #Ethiopia are expanding and a worthy investment venture. BK Metal Engineering Complex located in Gelan town, 30km from Addis Ababa is engaged in assembling heavy duty trucks, buses and fabrication of different industrial components. Invest in #MadeInEthiopia.
Top 5 Best Zoom Cameras