Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
111K subscribers
4.84K photos
240 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
innovation.covid19.et አማካኝነት መልካም የፈጠራ ሐሳቦች እየደረሱን ነው። ዐቅማችንን እና ትኩረታችንን ውጤታማ በሆኑ ተግባራት ላይ ማድረጋችን #ኢትዮጵያን የማበልጸግ አንድ አካል ነው። ፍሬያማ ሐሳቦችን በማፍለቅ እና ውጤታማ ተግባራትን በማከናወን ጠንካራ እና ያደገች ሀገርን እንገንባ። በፈጠራ ሥራ ተጠምደው ለሚገኙት ሁሉ አድናቆቴ ይድረስ።

Karaa innovation.covid19.et yaadonni kalaqaa gaariin nu gahaa jiru. Humnaafi xiyyeeffannoo keenya hojiilee bu'a qabeessa ta'an irra oolchuun keenya qaama #Itoophiyaa badhaadhomsuuti. Yaadota bu'a qabeessa ta'an burqisiisuufi hojiilee bu'a qabeessa ta'an hojjechuudhaan biyya cimtuufi guddatte haa ijaarru. Warra hojii kalaqaatiin qabamanii jiran hundaaf dinqisiifannaan koo haa gahu.

Good ideas are being shared on the innovation.covid19.et portal by various individuals. Directing our energy and focus to productive activities is a building block to #Ethiopia’s prosperity. Let us engage in constructive ideas and deeds to build a stronger and developed nation. Well done to those that are immersed in the innovation process.
በኢትዮጵያ እና በውጭ የምትገኙ ኢትዮጵያውያን ወገኖቼ፣ እውነትን ለዓለም ለመግለጥ እያደረጋችሁ ያላችሁት ተጋድሎ እጅግ የሚደነቅ ነው። ይህ ጥንታዊ ሕዝብ ከሩቅ እና ከቅርብ ኃይሎች የተጋረጠበትን የህልውና ስጋት አንድ ሆነን ማሸነፍ እንችላለን። እንደ #አድዋ ልጆች #ኢትዮጵያን #በጽናት ወደፊት እናሻግራለን።

Itoophiyaanonni lammiikoo biyya keessaafi alatti argamtan qabsoon dhugaa jiru addunyaatti mul'suuf gootan kan baay'ee dinqisiifatumudha. Yaaddoo jiraachuu humnoota dhihoofi fagoorraa biyya dursituu kanarratti danqarame tokko taanee moo'achuu ni dandeenya. Akka ijoollee #Aduwaa #Itoophiyaa jabinaan fuulduratti ni ceesifna.

My fellow Ethiopians here and in the Diaspora, your role in telling the world the truth is commendable. In unity, we can overcome the existential threat this ancient nation is confronted with by forces far & near. As children of #Adwa, we will carry #Ethiopia #ResilientlyOnwards.
ከቀዳማዊት እመቤት ዝናሽ ጋር በመሆን ዛሬ የወላይታ ሶዶ ዱቄት እና ዳቦ ፋብሪካን መርቀናል:: ይህ ፋብሪካ በቀዳማዊት እመቤት ጽሕፈት ቤት ከሚሠሩ በርካታ ድኻ ተኮር ሥራዎች አንዱ ነው። ሥራው #ኢትዮጵያን ቀጣናዊ እና አህጉራዊ የዳቦ ቅርጫት ለማድረግ ያለመ ነው።

Har'a Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachew waliin taanee warshaa daakuufi daabboo Walaayittaa Sooddoo eebbifneerra. Warshaan kun hojiilee hedduu harka qal'eeyyii iirratti xiyyeffatanii Waajjira Giiftii Dureetiin hojjetaman keessaa tokkodha. Hojichi #Itoophiyaa guuboo daabboo naannichaafi ardichaa gochuuf kan kaayyeffatedha.

Together with First Lady Zinash, we have inaugurated the Wolaita Sodo Flour and Bread Factory, which is part of the Office of the First Lady’s many pro-poor initiatives and a pathway to aspirations to make #Ethiopia a regional and continental bread basket.
How to Make a Poster on Word