Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
111K subscribers
4.84K photos
241 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
ኢትዮጵያ ኮቪድ19ን ለመከላከል የምታደርገውን ጥረት ለመደገፍ፣ የመመርመሪያ ኪቶችን የላኩልንን የቴንሴንት ፋውንዴሽኑን ማ ሁዋንቴንግን አመሰግናለሁ። እንዲህ ያሉት የአጋርነት ሥራዎች፣ ኢትዮጵያ ቫይረሱን የመመርመር አቅሟን እንድታጠናክር የሚያግዙ ናቸው።

Faawondeeshiniin Ma Huwanteengi Tensent kiitota qorannaa dhiyeessuudhaan tattaaffi #Itoophiyaan #COVID-19 ittisuuf gootu deeggaruu keessaniif isinin galateeffadha. Hojiin michoomaa akkasii Itoophiyaan humna qorachuu ishee akka bal'iftuuf murteessaadha.
//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
ወንድሜ ፕሬዚደንት ፊሊክስ ቲሼኬዲ እንኳን በሰላም ወደ #ኢትዮጵያ መጡ። የታላቁ ሕዳሴ ግድብ ድርድር አዎንታዊ ውጤት እንዲያስገኝ ስለሚያደርጉት በጎ አስተዋጽዖ አመሰግናለሁ። #ኢትዮጵያ ለሁሉም አስፈላጊ እና ጠቃሚ ወደ ሚሆን ስምምነት ለመድረስ፣ በአፍሪካ ሕብረት የሚመራውን ሂደት ለመከተል ባላት ቁርጠኝነት ትቀጥላለች።

Obboleessikoo Pirezdaanti Fiiliiksi Tishekeedii baga nagaan gara #Itoophiyaa dhuftani. Mariin Hidha Haaromsaa Guddichi bu'aa gaarii akka argamsiisu gumaacha gaarii gootaniif isinin galateeffadha. #Itoophiyaan waliigaltee hundumaaf barbaachisuufi fayyadurra gahuuf, adeemsa Gamtaa Afrikaatiin durfamu hordofuuf kutannoo qabdu itti fufti.

Pleased to welcome my brother President Felix Tshisekedi @FelixUdps to #Ethiopia. I greatly appreciate the positive role he is playing in bringing about positive outcomes in #GERD negotiations. #Ethiopia remains committed to the African Union led process for an agreement that is desirable and works for all.
ከተከበሩ የቱርክ ፕሬዝደንት ረሲፕ ታይፕ ኤርዶጋን ጋር የነበረንን ውድ ጊዜ አጠናቀን ወደ ሀገር ተመልሰናል ። የቱርክ መንግስት እና ህዝብ ያደረገልንን የወሳኝ ጊዜ ትብብር ሀገራችን #ኢትዮጵያ መቼም አትረሳውም።

Kabajamoo Pirezdaantii Tarkii, Resip Tayip Eerdogaan waliin yeroo baay'ee qaalii ta'e Xumurree gara biyyaatti deebineerra. Walta'insa yeroo murteessaa Mootummaafi Uummanni Tarkii nuugodhan biyyi keenya #Itoophiyaan yoomiyyuu hin hirraanfattu.

Back home after having a precious time with His Excellency, President Recep Tayyip Erdogan of Turkey. #Ethiopia will never forget the critical time cooperation the people and government of Turkey extended to us.
ሀገርን ማገልገል ዕድል፣ ተልዕኮን መፈጸም ደግሞ ድል ነው። የአገልግሎት ዘመናቸውን ያጠናቀቁ አምባሳደሮቻችንን #ኢትዮጵያ ታመሰግናቸዋለች። እኔም በዓለም መድረክ ላይ ሳይቆጠቡ ላሳዩት ውክልና ምስጋናዬን አቀርባለሁ።

Biyya tajaajiluun carraa, ergama raawwachuun immoo injifannoodha. Ambaasaaddaroota keenya bara tajaajilasaanii xumuran #Itoophiyaan nigalateeffatti. Anis bakka bu'insa utuu of hin qusatiin waltajjii addunyaarratti argisiisaniif nan galateeffadha.

To serve one’s nation so admirably is an honour. I would like to express my gratitude to our Ambassadors’ that have completed their terms, for their unreserved representation of #Ethiopia on the world stage.
በቱርክ በመሬት መንቀጥቀጥ በጠፋው የሰው ሕይወት እና በወደመው ንብረት የተሰማኝን ጥልቅ ኀዘን ለፕሬዚዳንት ሬሴፕ ታይፕ ኤርዶጋን ዛሬ በስልክ ገልጫለሁ። #ኢትዮጵያ የተቸገረ ወዳጇን ለመርዳት ምንጊዜም ቁርጠኛ ናት። ባላት ዐቅምም የቁሳቁስ እና የነፍስ አድን ቡድን ለቱርክ አበርክታለች።

Kirkira lafaa Tarkiitti ta'een lubbuu namaa badeefi qabeenya barbadaa'eef gadda guddaa natti dhagahame har'a Pirezdaanti Reseep Tayiip Erdohaniif bilbilaan ibseera. #Itoophiyaan michuushee rakkoo keessa seente gargaaruuf yoomiyyuu kutattuudha. Humna qabduunis deeggarsa meeshaaleefi garee lubbuu baraartotaa gumaachiteetti.

I conveyed my deepest condolences to President Recep Tayyip Erdoğan, in a phone call today, for the loss of lives and destruction from the earthquake. #Ethiopia is always committed to help a friend in need and extends its humble support of materials and rescue teams to the recovery work in #Türkiye.
36ኛው የአፍሪካ ኅብረት የመሪዎች ጉባኤ በሰላም እንዲጠናቀቅ ያደረጉ ባለድርሻ አካላትን ሁሉ #ኢትዮጵያ ታመሰግናለች።

Qaamoti dhimmi ilaallatu hundaa warra Yaa'iin Hooggantootaa Gamtaa Afrikaa 36fa nagaan akka milkaa'ee xumuramu gumaachitan, #Itoophiyaan isin galateeffatti.

#Ethiopia is grateful to all stakeholders that have made the 36th AU Summit a peaceful success.
ፕሬዝዳንት ሳልቫ ኪርን በደቡብ ሱዳን በቆየንበት ወቅት ለእኔ እና ለልዑካን ቡድኔ ላደረጉልን አቀባበል አመሰግናለሁ። ከፕሬዝዳንት ኪር እና ከተቀዳሚ ምክትል ፕሬዝደንት ሪክ ማቻር ጋር ባደረግኩት ውይይት፣ #ኢትዮጵያ የደቡብ ሱዳንን መረጋጋት እና ሰላም ለመደገፍ ያላትን ቁርጠኝነት አጋርቻለሁ።

Simannaa Pirezdaanti Salvaa Kiir wayita Sudaan Kibbaa turretti anaafi jilakootiif godhaniif nan galateeffadha. Marii Pirezdaanti Kiirii fi Dursaa Pirezdaantii Itti-aanaa, Riik Machaar waliin gooneen, kutannoo #Itoophiyaan nagaafi tasgabbii Sudaan Kibbaa deeggaruuf qabdu qoodeeraafi.

I appreciate President Salva Kiir for the hospitality accorded to me and my delegation during our visit in Juba. In my meetings with President Kiir and First Vice President Riek Machar, I shared #Ethiopia’s commitment to supporting stability and peace in South Sudan.
How to Cut in iMovie