Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
112K subscribers
4.99K photos
247 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
ኢትዮጵያ ኮቪድ19ን ለመከላከል የምታደርገውን ጥረት ለመደገፍ፣ የመመርመሪያ ኪቶችን የላኩልንን የቴንሴንት ፋውንዴሽኑን ማ ሁዋንቴንግን አመሰግናለሁ። እንዲህ ያሉት የአጋርነት ሥራዎች፣ ኢትዮጵያ ቫይረሱን የመመርመር አቅሟን እንድታጠናክር የሚያግዙ ናቸው።

Faawondeeshiniin Ma Huwanteengi Tensent kiitota qorannaa dhiyeessuudhaan tattaaffi #Itoophiyaan #COVID-19 ittisuuf gootu deeggaruu keessaniif isinin galateeffadha. Hojiin michoomaa akkasii Itoophiyaan humna qorachuu ishee akka bal'iftuuf murteessaadha.
//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
በኮቪድ19 ወቅት፣ የፈጠራ ሥራን ለመሥራት የቀረበውን ጥሪ ተቀብለው፣ ብዙዎች ጠቃሚ ሐሳቦችን እያፈለቁ ይገኛሉ። ቀደም ብሎ በነበረን ውይይት፣ ጃክ ማ ተጽዕኖ አሳዳሪ የፈጠራ ሥራ ባለቤቶችን ለመደገፍ ታስቦ ስለ ተዘጋጀው የአፍሪካን የቢዝነስ ጀግኖች ( www.africabusinessheroes.org/en/ ) ነግረውኛል። በፈጠራ ሥራ የተሠማራችሁ ኢትዮጵያውያን በመሉ የድረ ገጹን መረጃ አንብባችሁ በማመልከት፣ በቀጣና ደረጃ የውድድሩ ተሳታፊ እንድትሆኑ አበረታታለሁ።

Yeroo #COVID -19 kanatti hojii kalaqaa jajjabeessuuf waamicha taasifamee tureef deebii kennuudhaan, namoonni hedduun yaadota fayyadan burqisiisaa jiru. Maree duraan tureen karaa Jack Ma namoota abbaa kalaqaa dhiibbaa uuman deeggaruuf yaadamee gootota biznasii Afrikaa ( www.africabusinessheroes.org/en/ ) qophaa'eera. Itoophiyaanonni hojii kalaquu irratt bobbaatan odeeffanno marsariitichaa dubbisuudhaan hirmaattanii akka naannootti akka dorgomtan isinan jajjabeessa.

* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
ዛሬ ወንድማማቾቹ ካሊድ ናስር እና መሐመድ ዓሊ የሚሠሩትን የደግነት ሥራ ተመልክቻለሁ። ከቦሌ ማተሚያ ቤት በስተጀርባ በተከራዩት ቤት፣ በኮቪድ19 ምክንያት ተጋላጭ የሆኑ መቶ የሚያህሉ ሰዎችን በማስጠለል ድጋፍ ያደርጋሉ። እንደነዚህ ወንድማማቾች ያሉ፣ የተቸገሩ ኢትዮጵያውያን ወንድም እና እኅቶቻቸውን ለመርዳት፣ ጊዜያቸውን፣ ጉልበታቸውን እና ገንዘባቸውን የሚሠው ሰዎች ምስጋና ይገባቸዋል።

Har'a hojii dinqisiisaa obbolaan lamaan, Kaaliid Naasirii fi Mohaammad Aali namoota 100 ta'an sababa #COVID -19 n hubaman deeggaruuf naannoo Mana Maxxansaa Boolee duuba bakka kireeffatanitti hojjetaa jiran ofiikoo ijaan ilaaluuf deemeen ture. Namoonni dhuunfaa akkasii Itoophiyaanota deeggarsi isaan barbaachisu gargaaruuf yeroo, humnaa fi maallaqa isaanii aarsaa godhan galateeffamuu qabu.

//

* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
መደመር መጽሐፍ በድምፅ ትረካ እንዲዘጋጅ ዕውቀታችሁን፣ ጊዜያችሁንና አገልግሎታችሁን ያለ ክፍያ ላቀረባችሁ ሁሉ ምስጋናዬ የላቀ ነው። ከመጽሐፉ ሽያጭ የሚገኘው ገቢ የትምህርት ቤት እጥረት ባለባቸው ቦታዎች ት/ቤቶችን ለመገንባት እንደሚውል ይታወቃል። የድምፅ ትረካው ደግሞ በኮቪድ19 ወቅት በቤት በምትቆዩበት ጊዜ እንድታደምጡት በነጻ በ https://medemer.et/am/book በኩል ቀርቦላችኋል።

Kitaabni Ida'amuu sagaleedhaan seeneffamee akka dhiyaatu beekumsa, yeroo fi tajaajila keessan tolaan kan kennitaniif galanni koo guddaadha. Galiin kitaabicha gurguruudhaan argamu bakka hanqinni manneen barnootaa jirutti manneen barnootaa ijaaruuf akka oolu beekamaadha. Sagaleedhaan kan seeneffame immoo sababa #COVID-19 wayita mana turtanitti akka dhaggeeffattan karaa https://medemer.et/am/book/ tolaan isinii dhiyaateera.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *

https://medemer.et/am/book/
ዓርብ ግንቦት 28፣ 2012 ዓመታዊውን የ#አረንጓዴ ዐሻራ ችግኝ ተከላ በይፋ እንጀምራለን። ባለፈው ዓመት እያንዳንዳችን ሀገራዊ ጥሪውን ተቀብለን፣ ያቀድነውን አሳክተናል። ከ#ኮቪድ 19 ወረርሽኝ ጋር እየተፋለምን ቢሆን፣ 5 ቢሊየን ችግኞችን የመትከል ዕቅዳችንን እናሳካዋለን። እያንዳንዱ ቤተሰብ አካላዊ ርቀትን እንደ ጠበቀ ዐሻራውን ማሳረፍ የሚችልበትን መንገድ እናመቻች።

Jimaata, Caamsaa 28/2012 dhaabbii biqiltuu waggaa #AshaaraaMagariisa ifatti jalqabna. Bara darbe tokkoon tokkoo keenya waamicha biyyaalessaa kana fudhannee kan karoorfanne fiixaan baafneerra. Weerara #COVID-19 waliin wal'aansoo walqabaas ta'u, karoora keenya biqiltuuwwan biliyoona 5 dhaabuu galmaan ni geenya. Maatiin mata mataatti gargar fageenya qaamaa eegaa haala itti ashaaraa isaa kaa'uu danda'u ni mijeessina.

* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
. .:
በኢትዮጵያ የመጀመሪያው በኮቪድ19 የተያዘ ሰው ከመገኘቱ አስቀድመን፣ የመከላከል ሂደቱን በበላይነት የሚመራ የሚኒስቴሮች ኮሚቴን አቋቁመናል፡፡ ከዚያም ቀጥሎ፣ ልዩ ልዩ ንዑሳን ኮሚቴዎች ተዋቅረው፣ ቫይረሱን የመከላከል እና ሥርጭቱን የመግታት ሥራ በበቂ ዝግጁነት እንዲከናወን እና ተመጣጣኝ መፍትሔዎችን ለመስጠት እንዲቻል ሲሠሩ ቆይተዋል፡፡ እነዚህ ንዑሳን ኮሚቴዎች ለይቶ መከታተያ፣ ለይቶ ማቆያ እና ለይቶ ማከሚያ ማዕከላትን በሀገር ደረጃ በማቋቋም፣ በግለሰብ ደረጃ ቫይረሱን ለመከላከል እንዲቻል ከሚረዱ ግብአቶች አንሥቶ ልዩ ልዩ የሕክምና መገልገያዎችን በመግዛት እና ድጋፍ በማፈላለግ፣ ከሀገር ውስጥ እንዲሁም ከሀገር ውጪ ከሚኖሩ ኢትዮጵያውያን ድጋፍ በማሰባሰብ ግብአቶች የሚቀርቡበትን ሁኔታ በማመቻቸት፣ እጅግ አስከፊ ሁኔታ ቢከሠት ተጋላጭ የሆኑ የማኅበረሰብ ክፍሎች የሚጠቀሙበትን ምግብ በማከማቸት እንዲሁም፣ የማክሮ ኢኮኖሚያዊ ደንቦችን በማውጣት እስካሁን ሥራቸውን ከውነዋል፡፡ በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ቁጥር በእጅጉ ቢጨምር፣ ሕዝቡ ተገቢው ዝግጅት ሊኖረው እንዲችል ልዩ ልዩ ርምጃዎች ሲወሰዱ ቆይተዋል፡፡ የቫይረሱ ሥርጭት ከዕለት ወደ ዕለት ቁጥሩ ጨምሮ በኅብረተሰቡ መካከል መዛመት መጀመሩ የሚስተዋል ነው፡፡

መንግሥት ባለፉት ሦስት ወራት ቫይረሱን ለመግታት እና ሥርጭቱን ለመከላከል ርብርብ ሲያደርግ መቆየቱ ይታወቃል፡፡ ሆኖም፣ እያንዳንዱ ግለሰብ የቫይረሱን ሥርጭት ለመከላከል የሚጫወተው ሚና ከፍተኛ እንደ ሆነ ሊስተዋል ይገባል፡፡ የዚህ ዓመት የ #አረንጓዴ ዐሻራ ችግኝ ተከላ ከመጀመሩ ጋር ተያይዞ ትኩረት ሊሰጠው የሚገባ ጉዳይ አለ፡፡ የችግኝ ተከላ መርሐ ግብሩ መጀመሩ፣ መንግሥት በምንም ዓይነት ዜጎች የጥንቃቄ ርምጃዎችን ቸል እንዲሉ እንደ ፈቀደ ወይም አቋሙን እንዳላላ ተደርጎ ሊታሰብ አይገባም፡፡ የመከላከል ርምጃዎችን በጥብቅ መፈጸም አሁንም እጅግ አስፈላጊ ነው፡፡ የተቀመጡልንን ቫይረሱን የመከላከል ርምጃዎች ተግባራዊ እያደረግን፣ ምርታማነታችንን መቀጠል እና ግባችንን ማሳካት አለብን፡፡ አረንጓዴ ዐሻራ የአንድ ቀን ሥራ አይደለም፡፡ መላውን ክረምት የሚከናወን ሂደት ነው፡፡ ተግባራዊነቱም በግለሰብ እና በቤተሰብ ደረጃ የሚፈጸም ነው፡፡ ስለዚህ፣ በቤተሰብ ደረጃ ርቀታችንን እየጠበቅን የምናደርገው ችግኝ ተከላ፣ ኮቪድ19ን ከመከላከል ርምጃ ጋር አብሮ የሚከወን ነው፡፡ ደግሞም፣ የፈጠራ ሥራን ለሚሠሩ እና ጠቃሚ ሐሳቦችን ለሚያመነጩ ሰዎች እንደ ዕድል ተደርጎ ሊወሰድ ያስፈልጋል፡፡ ሁኔታው የኮቪድ19 መከላከል ርምጃዎችን እየተገበርን እንዴት እና በምን መንገድ 5 ቢሊየን ችግኞችን የመትከል ዕቅዳችንን እንደምናሳካ በርካታ ሐሳቦችን እንዲያፈልቁ የሚጋብዝ ነው፡፡

Itoophiyaatti utuu namni inni jalqaba #COVID-19 qabame hinargamiin dursinee, Koree Ministirootaa addeemsa ittisuu isaa gaggeessu hundeessineerra. Itti aansuudhaanis koreewwan xixiqqaa adda addaa ijaaramanii, hojiin vaayrasicha ittisuufi tamsa'inasaa qolachuu qophaa'ummaa gahaa ta'een akka raawwatamuufi furmaatawwan walsimaa kennuun akka danda'amu hojjechaa turaniiru. Koreewwan xixiqqaan kunneenis giddugaleeyyi itti addatti baasanii hordofan, tursaniifi wal'aanan sadarkaa biyyaatti hundeessuudhaan, galteewwan sadarkaa dhuunfaatti vaayrasicha ittisuudhaaf gaargaaranirraa jalqabee meeshaalee tajaajila wal'aansaa adda addaa bituufi dhiyessiinsaanii akka jiraatu deeggarsa barbaadaa turaniiru. Kana malees Itoophiyaanota biyya keessaafi biyya alaa jiranirraa deeggarsa qindeessuudhaan haala itti galteewwan dhiyaatan mijeessuudhaan, haalli baay'ee badaa ta'e yoo mudate, dhiyeessii min'aanii kutaaleen hawaasaa baay'ee saaxilamaa ta'an itti fayyadaman kuusuudhaan akkasumas dambiiwwan dinagdee maakroo baasuudhaan hamma yoonaatti hojiisaanii raawwataniiru. Lakkoofsi namoota vaayrasichaan qabamanii yoo baay'ee dabale, uummanni qophii barbaachisaa gahaa ta'e akka qabaatu tarkaanfiiwwan adda adda fudhatamaa turaniiru. Wayita ammaa tamsa'inni vaayrasichaa guyyuma guyyaan dabalaa dhufee hawaasa keessatti babal'achuu jalqabuunsaa kan mul'atudha.

Ji'oottan sadan darbanitti mootummaan vaayrasicha dhaabuufi tamsa'inasaa itisuuf tumsaa turuunsaa kan beekamudha. Haa ta'u malee namni hundi akka dhuunfaatti vaayrasicha ittisuuf shoora olaanaa akka qabu hubachuu barbaachisa. Dhaabbiin biqiltuu #AshaaraaMagariisa bara kanaa eegalamuusaan walqabatee wanti xiyyeeffannoon kennamuufii qabu jira. Sagantaan dhaabbii biqiltuu jalqabamuusaatiin akka waan mootummaan lammiileen tarkaanfii of eeggannoo dagachuu qabaniitti waan heeyyame, yookaan hejjennoosaa akka waan laaffiseetti yaadamuu hiqabu. Tarkaanfiiwwan ittisaa cimsanii raawwachuun ammas barbaachisaadha. Tarkaanfiiwwan vaayrasicha ittisuudhaaf kaa'aman hojiirra oolchaa, hoomishtummaa keenya itti fufuufi galma keenya fiixaan baasuu qabna. #AshaaraaMagariisni hojii guyyaa tokkoo miti. Hojii ganna kana guutuu raawwatamaa deemudha. Hojiirra kan oolfamus sadarkaa maatiifi dhuunfaatiinidha. Kanaafuu hojiin dhaabbii biqiltuu gargar fageenya qaamaa eegnee sadarkaa maatiitti goonu, tarkaanfiiwwan #COVID-19 ittisuu hir'isuu hinqabu. Dabalataanis namoota hojii kalaqaa hojjetaniifi yaadota fayyadan burqisiisaniif carraa ta'ee fudhatamuu qaba.....

https://www.facebook.com/PMAbiyAhmedAli/
“ታላቁ ዳግም ማስጀመሪያ” የኦንላይን ስብሰባ ላይ ከ @worldeconomicforum ፕሬዝዳንት @borgebrende ጋር ጥሩ ውይይት አካሂደናል፡፡ ከብዙ ጉዳዮች መካከል በወቅታዊው #COVID19 ወረርሽኝ ላይ ዓለም አቀፍ ምላሽን ለመገምገም፣ ዝቅተኛ ገቢ ያላቸውን ሀገራትን ለመደገፍ የፖሊሲ መሣሪያዎችን ለመጠቀም እንዲሁም አፍሪካ ከአህጉሪቱ ውጪ ባሉ አጋሮች ላይ ያላትን ከፍተኛ የንግድ ጥገኛነት ለመቀነስ የቡድን 20 ሀገራት ሊጫወቱ ስለሚችሉት ሚና ተነጋግረናል።

'Great Reset Virtual Meeting' irratti Pirezidaantii @worldeconomicforum @borgebrende waliin marii gaarii gooneerra. Dhimmoota hedduu kaafne keessaa, biyyoonni miseensota Garee 20 deebii wayita ammaa akka addunaatti #COVID-19 f kennamaa jiru gamaaggamuudhaan, toftaalee imaammataa jiranitti fayyadamanii biyyoota galii gadaanaa qaban deeggauufi, hirkattummaa guddaa Afrikaan daldalaaf michuuwwan Afrikaarraa hintaane irratti qabdu hir'isuu akka barbaachisu gahe qaban irratti marii'anneerra.

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
የአፍሪካ ቀንድ ሀገራት በርካታ የልማት ፍላጎት ያላቸው ሲሆን፣ አሁን የተጋረጠባቸውን የኮቪድ19 ፈተና ጨምሮ ሁሉን በአሸናፊነት ለመወጣት የጋራ አመራር ያስፈልጋቸዋል። በፕሬዚደንት ኢስማኤል ዑመር ጊሌ አስተናጋጅነት፣ በሶማሊያ እና ሶማሌ ላንድ መካከል ያለውን ግንኙነት ለማሻሻል ፕሬዚደንት መሐመድ አብደላሂ መሐመድ እና ፕሬዚደንት ሙሴ ቢሂ አብዲ በተገኙበት መካሄዱ ጥሩ ነው። ሁኔታው ግልጽ ውይይት እና ዕርቅ ለሀገርም ሆነ ለቀጣናዊ ዕድገት ያላቸውን ጠቀሜታ በጥሩ ምሳሌነት ያሳያል።

Biyyoonni gaanfa Afrikaa fedhiiwwan misoomaa hedduu kan qaban yoo ta'u, qorumsa #COVID -19 amma itti danqarame dabalatee hundumaa moo'atanii bahuudhaaf hooggansa waloo isaan barbaachisa. Walittidhufeenya Somaaliyaafi Sumaalee Laandi giddu jiru fooyyessuuf waltajjii walmarii Pirezdaantiin Jibuutii Ismaa'el Omaar Geelee keessumsiisan bakka Pirezdaanti Mohammad Abdullaahii Mohammadiifi Pirezdaanti Musee Bihii Abdii jiranitti har'a gaggeeffamuusaatti gammadeera. Haalichi fayidaa mariin ifa ta'eefi araarri, guddina biyyaafis ta'e naannichaaf qabu kan agarsiisudha.
ከካናዳ ጠቅላይ ሚኒስትር ጀስቲን ትሩዶ ጋር በነበረን የስልክ ውይይት፣ የሁለቱን ሀገራት ሕዝቦች ከኮቪድ 19 በኋላ ለሚፈጠረው የዓለም ሁኔታ ለማዘጋጀት፣ ዓለም አቀፋዊ እና የተቀናጀ አመራር እጅግ አስፈላጊ እንደ ሆነ ተነጋግረናል፡፡

Marii bilbilaan Minisrira Muummee Kaanaadaa, Jastiin Tiruudoo waliin gooneen uummattoota biyyoota keenya lamaanii haala addunyaa #COVID-19 booda uumamuuf qopheessuuf hooggansi idiladdunyaafi qindaawaan akka barbaachisu waliigalleerra.

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
ፕሬዚደንት ዢ ጂንፒንግ፣ ፕሬዚደንት ሲሪል ራማፎሳ እና ፕሬዚደንት ማኪ ሳል ኮቪድ 19ን ለመግታት በአንድነት ለመቆም፣ የቻይና-አፍሪካ ጉባኤ በልዩ ሁኔታ እንዲካሄድ ሐሳብ በማቅረባቸው አመሰግናቸዋለሁ፡፡ ዓለም አቀፉ ወረርሽኝ በጤና እና በኢኮኖሚ ሥርዓታችን ላይ ያስከተለውን አሳሳቢ ሁኔታ ተከላክለን በአሸናፊነት መወጣት የምንችለው፣ አስቀድሞ በገነባነው አጋርነት ላይ ተመሥርተን እርስ በርስ ስንማማርና ስንረዳዳ ነው፡፡

Pirezdaanti Shii Jiinpingi, Pirezdaanti Siriil Ramafoozaafi Pirezdaanti Maakii Saal #COVID-19 ittisuuf waliin dhaabachuun akka danda'amu yaa'iin adda Afrikaafi Chaayinaa akka gaggeeffamu yaada dhiyeessuusaaniif nan galateeffadha. Weerarri dhukkuba addunyaa waliin gahee kun haala yaaddessaa sirna fayyaafi dinagdee keenyarraan gahe qolannee injifachuu kan dandeenyu michummaa duraan uummannerratti hundoofnee yoo waliikeenyarraa baranneefi walgargaarredha.

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
ከሌፍተናንት ጀነራል መሐመድ ሐምዳን ዳግሎ ጋር በመሆን፣ የአዳማ ኢንዱስትሪ ፓርክን ጎብኝተናል። በዚህ የኮቪድ19 ወረርሽኝ ወቅት፣ ኢንዱስትሪዎቻችን መደበኛ ሥራቸውን በጊዜያዊነት ቀይረው ለሁኔታው አስፈላጊ የሆኑ ምርቶችን በማምረት ለመቋቋም መቻላቸውን ተመልክተናል።

Leetenal Generaal Mohamma Hamdan Dagloo waliin taanee Paarkii Indastrii Adaamaa daawwanneerra. Wayita weerara #COVID-19 kana indaastriiwwan hojiisaanii idilee jijjiiranii hoomishoota haalicha dandamachuudhaaf isaan gargaaran hoomishan ilaalleerra.

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
በዚህ ዓመት ትምሕርታችሁን ያጠናቀቃችሁ የማስተርስ እና የፒ.ኤች.ዲ ዲግሪ ምሩቃን እንኳን ደስ ያላችሁ። ይህንን ምዕራፍ ያጠናቀቃችሁት በአስጨናቂው የኮቪድ19 ወረርሽኝ መካከል ቢሆንም፣ ትምሕርታችሁን በቴክኖሎጂ በመታገዝ ለማጠናቀቅ ያሳያችሁት ቁርጠኝነት እና ጽናት የሚደነቅ ነው። ለሁኔታው በሚስማማ መልኩ ራሳችሁን ማዘጋጀታችሁንም ያሳያል። በዓለማችን የሚታዩት ፈጣን ለውጦች ለየሁኔታው በሚሆን መልኩ ራስን በማዘጋጀት፣ የትኛውንም ዓይነት መሰናክል ተቋቁመው በአሸናፊነት የሚወጡ ሰዎች መሆንን ይጠይቅብናል። ቀጣዮቹን የሕይወታችሁን ምዕራፎች ስትጓዙ፣ ያካበታችሁት ዕውቀት እና ክህሎት ሀገራችሁን እና ዜጎቿን የሚያገለግል እንዲሆን ተስፋዬ እና እምነቴ ነው። የሀገራችን የኢትዮጵያ ብልጽግና በትምሕርታቸው አገናኝ ድልድዮችን ለመሥራት እና ገንቢ አሻራቸውን ለማሳረፍ በሚሹ ሴቶች እና ወንዶች ልጆቿ እጅ ላይ ነው።

Eebbifamtoota M.A. fi PhD bara kana barnoota keessan xumurtaniif baga gammaddanin jedha. Boqonnaa kana kan xumurtan weerara dhiphisaa #COVID-19 keessa taatanii ta'us, barnoota keessan teeknooliijiitti fayyadamtanii xumuruuf kutannoofi ciminni argisiiftan kan dinqisiifatamudha. Akkaataa haalichaan walsimuu danda'uun of qopheessuu keessanis kan argisiisudha. Jijjiiramoota ariifataa addunyaa keenyarratti mul'ataniif akkaataadhuma haalotasaaniif ta'uun of qopheessuun, namoota gufuuwwan kamiinuu dandamatanii moo'ichaan bahan ta'uu qabna. Boqonnaa jireenya keessanii ittaanuutti yoo deemtan beekumsiifi ogummaan kuufattan biyya keessaniifi lammiileeshee ittiin tajaajiluuf akka oolchitan abdiifi amantaakooti. Badhaadhinni biyya keenya Itoophiyaa ilmaanshee dhiiraafi dubaraa barnootasaaniitiin riqichoota qunnamsiisan ijaaruudhaan ashaaraasaanii kaa'chuuf barbaadan harka jira.

Congratulations to MA and PhD level graduates for successfully completing your studies. Although you mark a milestone during precarious times of #COVID19, your commitment and perseverance to finalize your studies online is commendable and testament to your adaptability. The rapid changes in our world demands adaptable individuals who are able to weather any obstacles and come out winners. As you embark on your next chapters in life, may the knowledge and skills you have accumulated be in service to your country and fellow citizens. Ethiopia’s prosperity sits on the shoulders of its sons and daughters who through their education build bridges and aspire to leave a constructive legacy.
ኮቪድ19ን የመመርመር ዐቅማችንን አጠናክረናል። ኮቪድ19ን ከመመርመሪያ 1 ሚልዮን ኪቶች መካከል የመጀመሪያውን ዙር ዛሬ ተቀብለናል። ከዚያም ውስጥ 50 በመቶው በቅርቡ በሀገራችን የማምረት ሥራውን በሚጀምር ሀገር በቀል ኩባንያ አማካኝነት የተለገሰ ነው። እነዚህ መመርመሪያዎች ወረርሽኙ በከፍተኛ ሁኔታ መዛመቱን ተከትሎ፣ በሀገር ውስጥ የምርመራ ኪቶችን ለማምረት የምናደርገው ዝግጅት እስከሚጠናቀቅበት እስከ ጥቅምት 2013 ድረስ ዕለታዊ የምርመራ ዐቅምን ከፍ ለማድረግ ያስችላሉ።

Humna #COVID-19 qorachuu keenya cimsanneerra. Kiitota #COVID-19 qorachuuf oolan miloyoona tokko keessaa har'a marsaa isa dura fudhanneerra. Kana keessaa dhibbeentaan 50ni kaampaanii dhuunfaa biyya keessaa dhiyeenya biyya keessatti hoomishuu jalqabuun kan kennamedha. Meeshaaleen qorannaa kunneen weerarichi garmalee babal'achuusaatiin, hamma Onkoloolessa 2013 qophiin kiitota qorannaa biyya keessatti hoomishuuf goonu xumuramutti, humna qorannaa guddisuuf ni dandeessisu.

As we strengthen our #COVID19 testing capabilities, today we received the first installment of 1 million diagnostic testing kits with 50% donated by a local company which will commence domestic production soon. With infection rates increasing, daily testing can now be further augmented in the next three months, as we progress to making locally produced testing kits available by October 2020.
በሀገር ደረጃ ኮቪድ19ን የመከላከል ርምጃዎችን መውሰድ የጀመርነው ቀደም ብለን ነው። የጋራ ጥረታችን ውጤታማ ነበር። አስቀድመን መጀመራችን መሰላቸትን ያስከተለ ይመስላል። ነገር ግን፣ ባለፉት ሁለት ሳምንታት ቫይረሱ በከፍተኛ ሁኔታ መሰራጨቱ መዘናጋት እና ቸልታን እንድናስወግድ እያሳሰበን ነው። እጆቻችንን በሚገባ እንታጠብ። የአፍ እና የአፍንጫ ጭንብሎችን በአግባቡ እንጠቀም። ሁልጊዜም ርቀታችንን እንጠብቅ!

Tarkaanfiiwwan ittisa #COVID-19 akka biyyaatti dursinee jalqabne. Tattaaffiin keenya waloo milkaa'aa ture. Dursinee jalqabuun keenya waan nuffisiisuu fide fakkaata. Haa ta'u malee torbeewwan lamaan darbanitti vaayrasichi haala olaanaadhaan tamsa'uunsaa dagachuu akka dhabamsiifnu nuhbachiisaa jira. Harka keenya sirriitti haadhiqannu. Yeroo hundaa gargarfageenya qaamaa haa eegnu!

As a nation we began taking #COVID19 prevention measures very early on and did well collectively at the beginning. Starting early may have led some to prevention fatigue, yet we are now witnessing a rapid spread over the past two weeks that warrants we confront complacency. Wash your hands. Wear your masks. Keep your distance!
ኮቪድ19 በሀገራችን የሚገኝበትን ሁኔታ ለመረዳት እና በበርካታ አቅጣጫዎችና ውጤታማ ውሳኔዎችን ለመወሰን የምርመራ ዐቅማችንን ማሳደግ ዋና ተግባር ነው። ለአንድ ወር የሚቆይ ሀገር አቀፍ የምርመራ ዘመቻ ነገ በይፋ ይጀመራል። የሚገኘው የምርመራ ውጤት ቀጣይ ርምጃዎቻችንን እና በአዲሱ ዓመት የምንከውናቸውን ተግባራት ይወስናል። ጤና ሚኒስቴር ባወጣው መርሐ ግብር መሠረት ሁሉም ባለድርሻ አካላት እንዲሳተፉ እና ልዩ ልዩ የማኅበረሰብ አባላትም ይመረመሩ ዘንድ እንዲያበረታቱ ጥሪዬን አቀርባለሁ። የአፍ እና የአፍንጫ ጭንብሎችን በአግባቡ እንጠቀም። ሁልጊዜም ርቀታችንን እንጠብቅ!

Haala #COVID-19 irratti argamu hubachuufi kallattiiwwan garaagaraatiin murteewwan bu'a qabeessa ta'an dabarsuuf humna qorannaa keenyaa guddisuun hojii ijoodha. Duulli qorannoo sadarkaa biyyaatti taasifamuufi ji'a tokkoof turu bor ifatti ni jalqabama. Bu'aan qorannoo argamu tarkaanfiiwwan keenya ittaananiifi hojiilee bara haaraatti hojjennu kan murteessudha. Akkaataa sagantaa Ministeerri Fayyaa baaseen qaamoleen ilaallatu akka hirmaataniifi miseensonni hawaasaa garaagaraa akka qorataman akka jajjabeessan waamichakoon dhiyeessa. Haguugduu afaaniifi funyaanii sirriitti haafayyadamnu. Yeroo hunda gargar fageenya qaamaa keenya haa eeggannu!
ኢትዮጵያ የ #ኮቪድ19ን ወረርሽኝ ለመከላከል የምታደርገውን ጥረት በማገዝ፣ ከፍተኛ ጥራት ያላቸውን 250 የመተንፈሻ ቬንትሌተሮች እና ሌሎች ወሳኝ የሕክምና መገልገያዎች ድጋፍ ስላደረጉልን፣ የዩናይትድ ስቴትስ መንግሥትን ለማመስገን እሻለሁ። እነዚህ መገልገያዎች የደረሱን በቫይረሱ የተያዙ ሰዎች ብዛት በጨመረበት አሳሳቢ ጊዜ ነው። ተመጣጣኝ የመከላከል ርምጃዎችን መውሰዳችን እንዳለ ሆኖ፣ መዘናጋት እና ቸልታንም እናስወግድ። እጆቻችንን በሚገባ እንታጠብ። የአፍና አፍንጫ መሸፈኛ ጭምብሎችን በአግባቡ እንጠቀም። ሁልጊዜም ርቀታችንን እንጠብቅ!

Mootummaan Yuunaaytid Isteetis veentileeteroota ammayyaa 250 fi meeshaalee wal'aansaa murteessaa ta'an kanbiroo tattaaffi Itoophiyaan #COVID-19 ittisuuf gootu deeggaruuf oolan kennuudhaan nugargaaruusaatiif galateeffachuun barbaada. Meeshaaleen kunneen kan nuqaqqaban wayita lakkoofsi namoota haaraa vaayirasichaan qabamanii dabalaa jiruitti waan ta'eef wayitaawaadha. Tarkaanfiiwwan ittisuuf malan fudhatamaa utuma jiranii, dagachuu garuu dhiisuu qabna. Harka keenya sirriitti haadhiqannu. Haguugduu afaaniifi funyaanii sirriitti haafayyadamnu. Yeroo hunda walirra fageenya keenya haa eegnu!
የኮቪድ 19 ምርመራን በስፋት በምናካሂድበት በዚህ ወቅት፣ የአጋሮቻችን ድጋፍ ስላልተለየን እናመሰግናቸዋለን። ዛሬ በልገሳ የቀረቡ 100,000 መመርመሪያ ኪቶችን ተረክበናል።

Wayita qorannoo #COVID-19 bal'inaan adeemsisaa jirru kanatti deeggarsi michuuwwan keenyaa waan nubiraa hinhafneef isaan galateeffanna. Har'a kiitota qorannoo kennadhaan dhiyaatan 100,000 fudhanneerra.

As we ramp up #COVID19 testing this month, we’re grateful to partners supporting us in the efforts. Today we received a donation of 100,000 diagnostic testing kits.


//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
#ኮቪድ19ን የምርመራ መጠን ከፍ ለማድረግ እና የቫይረሱን ሥርጭት ለመግታት የሚያስችል ብሔራዊ መረጃን ለማግኘት ለአንድ ወር የሚዘልቅ ሀገር አቀፍ ዘመቻ ማካሄዳችን ይታወሳል። ከ1 ሚሊየን የሚበልጡ ሰዎች በዘመቻው ለመመርመር እንዲችሉ ያደረጉትን ሁሉ አመሰግናለሁ። መላው ኢትዮጵያውያን መጪውን አዲስ ዓመት ስንቀበል የጥንቃቄ ርምጃዎችን መተግበራችንን በርትተን እንድንቀጥልም አሳስባለሁ። በ2013 የበለጠ ይጠበቅብናል፣ ጤናችንን በመጠበቅ ፈተናውን በአሸናፊነት እንወጣ!

#COVID-19 ilaalchisee qorannoosaa dabaluudhaan achuumaan tamsa'ina vaayirasichaa dhaabuuf, odeeffannoo biyyaalessaa argachuuf, akka biyyaatti duula ji'a tokkoof ture gaggeessuun keenya ni yaadatama. Duula kanaan warra namoonni miliyoona tokkoo ol akka qorataman godhan galateeffachuun barbaada. Itoophiyaanonni hundi ayyaana bara haaraa dhufaa jiru wayita kabajnu tarkaanfiiwwan ofeeggannoof taan jabeessine akka itti fufnun hubachiisa. Barri 2013 kan kana caalu nurraa eega - fayyaa keenya eeggachuudhaan qorumsicha haa injifannu!

A month ago we launched the campaign to increase #COVID19 testing throughout the country to inform measures that need to be taken in curbing the spread of the virus. As we pass the 1million mark, gratitude to all enabled this and caution to all fellow citizens to continue precautionary measures as we engage in upcoming New Year celebrations. 2013 expects the best out of us - let us meet the challenge by keeping healthy.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
ዩኒቨርስቲዎቻችንን መልሶ ለመክፈት የምንዘጋጅበት ወቅት ነው። በዚህ ረገድ ዛሬ ከሰዓት በሀገራችን የሚገኙ የሁሉንም ዩኒቨርስቲዎች አመራሮች እና የሳይንስ እና ከፍተኛ ትምህርት ሚኒስቴርን አመራሮች አግኝቼ ውይይት አካሂደናል። ኮቪድ19ን የመከላከል ቅድመ ጥንቃቄዎችን ተግባራዊ ባደረገ መልኩ የመማር ማስተማር ሂደቱን ለማስቀጠል የሚደረገውን ዝግጅት እና ተያያዥ ጉዳዮችን ቃኝተናል። በተጨማሪም በከፍተኛ የትምህርት ተቋማት ምንም ዓይነት የሰላም እና የጸጥታ ችግር እንዳይገጥም ለማድረግ ፤ ቢገጥምም ችግሩን በአፋጣኝ ለመቅረፍ ባላቸው ዝግጁነት ላይ ተወያይተናል። ዩኒቨርስቲዎች የዕውቀት እና የፈጠራ ማዕከላት እንደ መሆናቸው፣ አመራሮች ለትምህርት እንዲሁም ለቱሪዝም የሚሆንን ነባራዊ ሁኔታ እንዲያመቻቹ ቀጣይ አቅጣጫን አስቀምጠናል።

Yunivarsiitiiwwan keenya deebisnee banuuf qophiirra wayita jirru kanatti, har'a waaree booda hooggantoota yunivarsiitiiwwan biyya keenyaa hundaafi kan Ministeera Saayinsiifi Barnoota Olaanaa waliin walargee marii gooneerra. Haala ofeeggannoo ittisa #COVID-19 hojiirra oolchuun, adeemsa baruufi barsiisuu itti fufsiisuuf qophii taasifamuufi dhimmoota kanaan walqabatan ilaalleerra. Kana malees dhaabbilee barnoota olaanaa rakkoon nageenyaafi tasgabbii akka isaan hin mudanne gochuuf, akkasumas yoo mudatee argamee hatattamaan akka furamu gochuuf qophii qabanirrat
የኮቪድ-19 ታማሚዎች ቁጥር በማሻቀብ ላይ ነው። የጽኑ ሕሙማን ክፍል ያለውን ዐቅም ሁሉ አሟጦ እየሠራ ይገኛል። በዚህ ወቅት፣ በፍጹም የጥንቃቄ ርምጃዎችን ቸል ልንል አይገባም። የራሳችንን ሕይወት እንታደግ፣ የሌሎችንም ሕይወት እናትርፍ! የአፍ እና የአፍንጫ ጭንብሎችን በአግባቡ በመጠቀም የጤና ባለሞያዎቻችንን እናግዝ።

Lakkoofsi namoota #COVID -19 n qabamanii ol ka'aa jira. Kutaan namoota garmalee dhukkubsatan wal'aanu humna qabu hundaatti fayyadamee hojjechaa jira. Yeroo kanatti gonkumaa tarkaanfii ofeeggannoo dagachuu hin qabnu. Lubbu keenya haa baraarru; lubbuu namoota kanbiroos haa oolchinu! Haguugduu afaaniifi funyaanii sirriitti fayyadamnee ogeeyyii fayyaa keenya haa gargaarru.

As COVID19 cases continue to surge and our intensive care units operate at maximum capacity, it is imperative that we do not lose sight of precautionary measures. Save your life; save someone else’s life and support our health workers by wearing a mask.
How to Easily Find YouTube Videos: A Comprehensive Guide