Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
111K subscribers
4.84K photos
241 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የሥራ ቦታዎቻችን በውጤታማነት ሥራን ለመከወን እንዲያስችሉ፣ ምቹ የሥራ ከባቢን መፍጠር ያስፈልጋል። ባለፉት ሦስት ዓመታት በ #ኢትዮጵያየብልጽግናራዕይ ከተከናወኑ ተቋማዊ ማሻሻያዎች መካከል የፌደራል ተቋማት የሥራ ቦታ ለዓላማቸው የሚመጥን እና አገልግሎት አሰጣጥን የሚያቀላጥፍ እንዲሆን ማድረግ ይገኝበታል።

Bakkeewwan hojii keenyaa haala gaariidhaan hojii raawwachuuf akka dandeessisan bakka hojii mijataa uumuun barbaachisaadha. Waggoota sadan darbanitti riifoormiiwwan dhaabbataa #Mul'ataBadhaadhinaaItoophiyaa tiin raawwataman keessaa dhaabbilee Federaalaaf bakki hojiisaanii akkaataa kaayyoosaaniif maluufi kenna tajaajilaa si'oomsuu danda'un gochuun mijeessuun keessaatti argama.

Ergonomics is central to creating a conducive work environment. Part of our #VisionForProsperity institutional reforms over the past three years have entailed revisiting Federal institution work spaces by making them fit for purpose and responsive for effective service delivery.
የ3ኛ ዓመት # አረንጏዴዐሻራ መርሐ ግብር በሀገር አቀፍ ደረጃ ተጀምሯል። ዛሬ ጠዋት በደብረ ማርቆስ ከተማ የክልሉ መስተዳድር የችግኝ ተከላ ማስጀመሪይ ፕሮግራሙን ለመከታተል ተገኝተናል:: #ኢትዮጵያንየማልበስ ጥሪ ሀገራችንን በየደረጃው ለመጠበቅ እና የኢትዮጵያን #የብልጽግናራእይ ለማሳካት እንድንረባረብ የቀረበ ጥሪ ነው፡፡

Sagantaan #AshaaraaMagariisaa waggaa 3ffa sadarkaa biyyaatti jalqabameera. Har'a ganama sagantaa biqiltuu dhaabbii eegalsiisuu naannichi qopheesse hordofuuf Magaalaa Dabremaarqoosittti argamneerra. Waamichi #Itoophiyaa uwwisuu biyya keenya sadarkaa garaagaraatti eeguufi #Mul'ataBadhaadhinaItoophiyaa milkeessuuf akka tumsinu waamicha dhiyaatedha.

Following the launch of the 3rd year #GreenLegacy initiative nationally, we are in Debre Markos this morning as the regional administration initiates its program to plant throughout the region. The call to adorn #Ethiopia is a call to unite at all levels in protecting our nation and committing to fulfill Ethiopia’s #VisionForProsperity.
How to Cut in iMovie