Abiy Ahmed Ali 🇪🇹
111K subscribers
4.84K photos
241 videos
63 links
ነጻነት ለህዝባችን - ብልጽግና ለአገራችን!

Bilisummaan uummata keenyaaf - badhaadhinni biyya keenyaaf!

Freedom to our People – Prosperity to our Nation!
Download Telegram
ከዓለም የምግብ ፕሮግራ ዋና ሥራ አስፈጻሚ ዴቪድ ቤዝሊ ጋር ኢትዮጵያ የሰብአዊ ርዳታዎችን በማስተባበር ስለምትጫወተው ሚና፣ ስለዚህ ዓመት #አረንጓዴ ሻራ ዕቅዶች ድጋፍ እና ኢትዮጵያ የምግብ ደኅንነትን ለማረጋገጥና ምርታማነትን ለማሳደግ ስለምታደርገው ጥረት ጥሩ ውይይት አድርገናል፡፡

Hoji Raawwachiisaa Olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deevid Beeziley waliin gahee Itoophiyaan gargaarsota namoomaa qindeessuudhaan qabdu, waa'ee deeggarsa karoora #AshaaraaMagariisaa baranaafi tattaaffii Itoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuufi hoomishtummaa guddisuuf gootu irratti marii gaarii gooneerra.

// * በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *

* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
#አረንጓዴዐሻራ ችግኞችን ከክልል ርዕሳነ መስተዳድሮች ጋር በመሆን ተክለናል፡፡ በአረንጓዴ አሻራ አንድነት እንፈጥራለን!

Biqiltuuwwan #AshaaraaMagariisaa pirezdaantota naannolee waliin taa'uun dhaabneerra. Ashaaraa magariisaan tokkummaa uumuu ni dandeenya!
//

በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
#አረንጓዴዐሻራ በጉራጌ ዞን

#AshaaraaMagariisaa Godina Guraageetti


//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
የደን ምንጣሮ እና የአየር ንብረት ለውጥ ከሌሎች መንስኤዎች ጋር ተዳምረው በየዓመቱ በኢትዮጵያ የለም አፈር መሸርሸርን ያስከትላሉ፣ ጫካዎችን እና ለምለም ሜዳዎችን ያመናምናሉ። #የአረንጓዴዐሻራ አንዱ ግብ ይህንን እጦት መቀልበስ ነው። ዓለም አቀፉ ማኅበረሰብ በረሃማነትን እና ድርቅን ለመቀነስ የሚደረጉ ጥረቶችን በሚያከብርበት በዚህ ዕለት፣ ሁላችንም በኢትዮጵያ የአረንጓዴ ዐሻራ እንቅስቃሴ እንድንሳተፍ ጥሪዬን አቀርባለሁ።

Bosonni golgolaa'uufi jijjiiramni haala qilleensaa wantoota Itoophiyaatti wagga waggaadhaan dhiqama biyyee gabbataa, badii bosonaafi lafa magariisaaf gumaachan keessatti argamu. Yaadni #AshaaraaMagariisaa keenya badii kana hambisuuf carraaqa. Wayita hawaasni addunyaa Guyyaa Addunyaan itti Gammoojjummaafi Caamsaa Qolachuu kabajutti #AshaaraaMagariisa Itoophiyaatti akka makamtan hundumaafan waamicha dhiyeessa.

//
በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ
Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru!
የዚህ ዓመት የ #አረንጓዴዐሻራ የችግኝ ተከላ ሥራ ከተጀመረ ሁለት ወር ሊሞላው ነው። በፊልም፣ በግራፊክ ሥነ ጥበብ፣ በፎቶግራፍ፣ በሥነ ጽሑፍ፣ በካርቱን ሥዕል እንዲሁም በልዩ ልዩ ዘርፎች የተሠማራችሁ ኢትዮጵያውያን የኪነ ጥበብ ባለሞያዎች ሁሉ፣ ተደምራችሁ አነቃቂ የ #አረንጓዴዐሻራ ቪዲዮዎችን አዘጋጅታችሁ #የጠሚአረንጓዴ ዐሻራጥሪ በሚል መለያ በማኅበራዊ መገናኛ ብዙኃን እንድታጋሩ ጥሪዬን አቀርባለሁ። ለተመረጡት ሥራዎች ባለቤቶች አስደናቂ በረከቶች ተዘጋጅተውላቸዋል።

Biqiltuu dhaabbiin bara kanaa #AshaaraaMagariisni edda jalqabee ji'a lama ta'uuf jedha. Itoophiyaanonni ogeeyyiin fiilmii, giraafiiksii, suuraa, hogbarruu, fakkii kaartuunii, akkasumas dameewwan aartii addaddaarratti bobbaatan hundi ida'amtanii viidiyoo onnachiisaa #AshaaraaMagariisaa qopheessuudhaan #WaamichaAshaaraaMagariisaMM maqaa jedhuun miidiyaa hawaasummaarratti akka qooddan waamichakoon isinii dhiyeessa. Hojiilee caalanii filatamaniif kennaan qophaa'e jira.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
#አረንጓዴዐሻራ ችግኝ ተከላ በእቴጌ መነን የሴቶች አዳሪ ትምሕርት ቤት

Dhaabbii biqiltuu #AshaaraaMagariisaa Mana Barumsaa Bultii Shamarranii Iteegee Mananiti.

#GreenLegacy planting at Etege Menen Girl’s
Boarding school.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
የዚህን ዓመት የ #አረንጓዴዐሻራ መርሐ ግብር በሐዋሳ እንደ ጀመርን በባሕር ዳር እናጠናቅቃለን። የሐዋሳ ሐይቅ ወጥኖት የጣና ሐይቅ በሚያጠናቅቀው ምእራፍ ፣ ኢትዮጵያውያን ዳግመኛ ለትውልድ ውርስ የሚሆን አረንጓዴ ዐሻራቸውን ተባብረው አሳርፈዋል።

Sagantaa #AshaaraaMagariisaa baranaa Hawaasaatti jalqabne Baahir Daaritti xumurra. Sirna lama magaalotii haroo lamaanii giddutti taasifameen, Itoophiyaanonni ammas irra deebi'uudhaan ashaaraa dhalootatti darbu dhaabuu akka dandeenyu agarsiisaniiru.

We started this year’s #GreenLegacy in Hawassa and we close it in Bahir Dar. In between two ceremonies in two lake towns, Ethiopians have once again shown we can rise to the occasion of planting our generational legacy.

//
* በአካል ተራርቀን፤ ንጽሕና ጠብቀን፣ እርስ በርስ ተረዳድተን- ኢትዮጵያን ከኮሮና እንታደግ *
* Qaamaan gargar fagaannee, qulqullina eegnee, waliikeenya walgargaarree, Itoophiyaa Koroonaa irraa haa baraarru! *
ባሳለፍነው የ #አረንጓዴዐሻራ ወቅት የተተከሉትን ችግኞች በመንከባከብ ላይ ለሚገኙት ሁሉ አድናቆቴ ይድረስ። ባለፈው ዓመት ተክለናቸው ከጸደቁልን ችግኞች የተሻለ የጽድቀት መጠን እንድናገኝ ሁላችንም የተከልናቸውን ችግኞች መንከባከብ አለብን።

Warra biqiltuuwwan #AshaaraaMagariisaa yeroo darbe dhaabaman kunuunsaa jiran hundaaf galannikoo haagahu. Hamma isa bara darbe dhaabnee qabate caalaa akka qabtuuf hundi keenya biqiltuuwwan dhaabne kunuunsuu qabna.

Appreciating all who are maintaining and looking after seedlings planted in the recent #GreenLegacy season. To surpass the survival rate we achieved last year, it will take all of us taking care of what we planted.
የ3ኛ ዓመት # አረንጏዴዐሻራ መርሐ ግብር በሀገር አቀፍ ደረጃ ተጀምሯል። ዛሬ ጠዋት በደብረ ማርቆስ ከተማ የክልሉ መስተዳድር የችግኝ ተከላ ማስጀመሪይ ፕሮግራሙን ለመከታተል ተገኝተናል:: #ኢትዮጵያንየማልበስ ጥሪ ሀገራችንን በየደረጃው ለመጠበቅ እና የኢትዮጵያን #የብልጽግናራእይ ለማሳካት እንድንረባረብ የቀረበ ጥሪ ነው፡፡

Sagantaan #AshaaraaMagariisaa waggaa 3ffa sadarkaa biyyaatti jalqabameera. Har'a ganama sagantaa biqiltuu dhaabbii eegalsiisuu naannichi qopheesse hordofuuf Magaalaa Dabremaarqoosittti argamneerra. Waamichi #Itoophiyaa uwwisuu biyya keenya sadarkaa garaagaraatti eeguufi #Mul'ataBadhaadhinaItoophiyaa milkeessuuf akka tumsinu waamicha dhiyaatedha.

Following the launch of the 3rd year #GreenLegacy initiative nationally, we are in Debre Markos this morning as the regional administration initiates its program to plant throughout the region. The call to adorn #Ethiopia is a call to unite at all levels in protecting our nation and committing to fulfill Ethiopia’s #VisionForProsperity.
#የአረንጓዴዐሻራ መርኃ ግብር አንዱ ዓላማው የአፈር መሸርሸርን በመቀነስ የግብርናን ምርታማነት ማሻሻል ፣ በረሀማነትና መዘዞቹን መከላከል እና ግድቦችን በደለል ከመሞላት መታደግ ነው። በአረንጓዴ ዐሻራ እንቅስቃሴያችን በተለያዩ የሀገራችን አካባቢዎች የአፈር መሸርሸርን በስኬታማነት ለማስቀረት ተችሏል። በተባበረ ክንድ ኢትዮጵያችንን ልምላሜ ማልበሳችን ይቀጥላል!

Kaayyoon #AshaaraaMagariisaa tokko dhiqama biyyoo hir'isuudhaan homisha qonnaa fooyyessuu, gammoojjummaafi rakkoo isaan walqabatee dhufu ittisuufi hidhaaleen tinfaadhaan akka hin guutamne baraaruudha. Sochii #AshaaraaMagariisaa keenyaan gooneen naannawwan biyya keenyaa garaagaraatti dhiqama biyyoo haala milkaa'een hambisuun danda'meera. Irree waltumseen Itoophiyaa keenyatti magariisa uwwisuu keenya itti fufna!
ክረምት ሳይገባ ለዘንድሮው #የአረንጓዴዐሻራ መርሐ ግብር የዝናብ ውኃ ለማቆር እና የአፈር መሸርሸርን ለመከላከል የሚደረገው ጥረት እጅግ ተስፋ ሰጪ ነው። ከመጪው የዝናብ ወቅት አስቀድሞ በመላ ሀገራችን በቂ ዝግጅት እናድርግ።

Tattaaffiin Sagantaa #AshaaraaMagariisaa baranaaf utuu ganni hin seeniin bishaan bokkaa kuufachuufi dhiqama biyyoo ittisuuf godhamu abdachiisaadha. Utuu ganni hin seeniin guutummaa biyyaatti qophii gahaa haa goonu.

Commendable preparations being undertaken before the rainy season begins to capture rain water for this year’s #GreenLegacy program as well as to protect soil from erosion. I encourage all throughout the country to adequately prepare ahead of the upcoming rainy season.
በመጪው ክረምት #የአረንጓዴዐሻራ እንቅስቃሴያችን አራተኛ ዓመቱን ይይዛል። ለአራቱ ዓመት ያቀድነውን ግብ ለማሳካት ብቻ ሳይሆን፣ ታሪክ የሚቀይር ውጤት ለማስገኘት ችግኝ የማፍላት ቅድመ ዝግጅት እየተካሄደ ነው።

Sochii #AshaaraaMagariisaa keenya edda jalqabne ganni dhufu waggaa afraffaa isaati. Galma waggaa afraniif keenye milkeessuu qofa utuu hin ta'iin bu'aa seenaa geeddaru argamsiisuuf hojiin dursaanii biqiltuu qopheessuu raawwatamaa jira.

This rainy season will mark the fourth year of our #GreenLegacy initiative. Seedling preparations are currently underway to enable us in meeting and exceeding our four year target.
ለአራተኛው ዓመት #አረንጓዴዐሻራ ቅድመ ዝግጅቶች እየተካሄዱ ነው።

#AshaaraaMagariisaa waggaa afraffaaf qophiin taasifamaa jira.

Green Legacy preparations currently underway as we gear up for the fourth year.
የአፈርና ውኃ ጥምረት ለግብርና ምርታማነት ወሳኝ ነው:: እንደ ሀገር ለውኃ እና ለአፈር አያያዝ አሠራሮቻችን ትኩረት ሰጥተን መሥራት አስፈላጊ ነው:: በዓለም በውኃ አቅርቦት ማነስና በአፈር መሸርሸር የተነሣ የመሬት መራቆት እየተባባሰ ነው። የ #አረንጓዴዐሻራ ጥረታችን የግብርና ምርታማነትን እና የምግብ ዋስትናን ለማረጋገጥ እንዲቻል በርካታና ውስብስብ ችግሮችን ለመፍታት ያለመ ነው።

Qindoominni biyyoofi bishaanii homishtummaa qonnaatiif murteessaadha. Akka biyyaatti kunuunsa biyyoofi bishaaniif xiyyeeffannoo kenninee hojjechuun barbaachisaadha. Addunyaarratti hanqina dhiheessii bishaaniifi dhiqama biyyootiin lafti golgolaa'uunsaa itti caalaa deemaa jira. Tattaaffiin #AshaaraaMagariisaa keenya homishtummaa qonnaa dabaluufi wabii nyaataa mirkaneessuun akka danda'amu rakkoolee hedduufi walxaxaa ta'an furuuf kan yaadamedha.
የአራተኛውን ዓመት የ #አረንጓዴዐሻራ መርሀ ግብርን ዛሬ አስጀምረናል። ሀገርን መንከባከብ አረንጓዴ ዐሻራን የመሳሰሉ ምድርን የመንከባከብ ሥራዎች እንዳሉበት ሁሉ የዜጎችን ደህንነትም ማስጠበቅን ያጠቃልላል። በዚህም መሠረት ወቅታዊ ርምጃዎችን መውሰዳችንን እንቀጥላለን።

Sagantaa #AshaaraaMagariisaa isa waggaa 4fa har'a jalqabsiifneerra. Biyya kunuunsuun akkuma sagantaawwan akka #Ashaaraa Magariisaatiin lafa kunuunsuu of keessatti qabatu nageenya lammiilee eegsisuus of keessaa qaba. Haaluma kanaan tarkaanfii yeroo irratti hundaa'e fudhacuu keenya kan itti fufnu ta'a.

Today we launched the 4th #GreenLegacy planting season. Caring for the nation involves the protection of our citizens, just as caring for the land that sustains us involves endeavors like our #GreenLegacy initiative. Accordingly, we will continue to take timely security action as well.
ሐረር የፍቅር እና የሰላም መገኛ ነች። የዚህ ዓመት #አረንጓዴዐሻራ መርሐ ግብር በሚጠናቀቅበት ምሽት፣ ተፈጥሮ የአረንጓዴ ዐሻራ ንቅናቄያችንን ውጤት በገለጠችበት ሥፍራ ዐሻራችንን አሳርፈናል።

Harar bakka jaalalaafi nagaati. Galgala itti sagantaan #AshaaraaMagariisaa xumuramutti, bakka itti uumamni bu'aa sochii Ashaaraa Magariisaa keenya mul'ftetti ashaaraa keenya keewwanneerra.

The historic Harar hosted a #GreenLegacy ceremony during which Prime Minister Abiy Ahmed and First Lady Zinash Tayachew were present together with high level government officials.
#አረንጓዴ ዐሻራ መርሐ ግብር እያንዳንዱን የሀገሪቱን ጥግ ለመሸፈን ያለመ ነው። ዛሬ በደቡብ ኦሞ ዞን ኝአንጋቶም ወረዳ ዐሻራችንን አሳርፈናል። በእንደዚህ ዓይነት አካባቢ የምናደርገው ጥረት የድርቅን ሥጋት ለመከላከል ያለመ ነው። እነዚህን ተግባራት በማስቀጠል ለምግብነት የሚውሉ ችግኞችን በመትከል ፍሬያማ ውጤት ማግኘት እንችላለን።

Sagantaan #AshaaraaMagariisaa keenya golee biyyattii hunda akka gahuuf kan kaayyeffamedha. Har'a Godina Oomoo Kibbaa, Aanaa Nyaangaatoomitti ashaaraa keenya keewwanneerra. Caarraaqqiin keenyaa bakka akkanaa hongee dandamachuuf kan yaadamedha. Hojiiwwan akkasii ittifufsiisuudhaan biqiltuuwwan nyaataaf ta'an dhaabnee bu'aa garii argachuu ni dandeenya.

Our #GreenLegacy initiative aims to cover each corner of the country. Today we plant our print in South Omo Zone, Nyangatom Woreda. Our efforts here aim to avert the threat of drought and will bear fruit through sustaining these activities by planting edibles seedlings.
ከሶስት ዓመታት በፊት የተተከሉት እነዚህ የቡና ዛፎች የ#አረንጓዴዐሻራን ፍሬ እያፈሩ ነው። የኢትዮጵያ #አረንጓዴዐሻራ መርሃ ግብር ስነ-ምህዳሩን ከማረጋጋት ባለፈ የግብርና ደን ልማትን በማጎልበት ላይ ይገኛል።

Hundeewwan bunaa waggaa sadii dura dhaabaman kunneen ija #AshaaraaMagariisaa godhataa Jiru. Sagantaan #AshaaraaMagariisaa Itoophiyaa sirna naannawaa uumamaa tasgabbeessuu irraa darbee qonna bosonarraa argamu gabbisuurratti argama.

These coffee trees planted three years ago as part of our #GreenLegacy are bearing fruit. Ethiopia’s #GreenLegacy program is not only stabilizing the ecosystem but also enhancing agroforestry.
Best Bluetooth Speaker Sound Quality